Gaaffii ummata Oromoo walitti makamuu ODPfi ADOtiin deebii argachuu eegale

Cunqursaa seenaa, aadaa, afaaniifi eenyummaa akkasumas saamicha qabeenyaafi sarbama mirgaa barootaaf Oromoorratti raawwatamaa ture faccisuuf dhalattoonni sabichaa haala gurmaa’eenis ta’u hingurmoofneen qabsoo hadhaa’aa geggeessaniiru. Qabsoo mirgoota Oromoo kabachiisuuf haala gurmaa’een taasifamaa ture... Read more »

Jijjiramoota siyaasaa argaman ceesisuuf  sochii paartiilee morkattootaa

Finfinnee: Ji’oota saglan darban keessatti jijjiiramootni siyaasaa galmaa’an kan hedduu abdii namatti horaniidha. Mootummaan sirna ijaarsa dimokraasii bu’uura hinsochoonerra dhaabuuf haala adda ta’een tattaaffii walirraa hincitne gochuurratti argama. Kana itti fufsiisuuf gaheen... Read more »

Pirojektonni jallisii haaraan 29n hojjetamaa jiru

Finfinne: Bara bajataa eegalametti Oromiyaatti pirojektota jallisii haaraa 29 qarshii miliyoona 700 ta’uun hojjetamaa jiraachuu  Abbaan Taayitaa Misooma Jallisii Oromiyaa beeksiseera. Godina Baalee, Aanaa Dalloo Mannaafi Godina Gujii Lixaa dabalatee pirojektotni jallisii... Read more »

Rakkoo nageenya  Oromiyaa lixaarratti qaamolee dhimmi ilaallatu wajjin mari’atame

Finfinnee: Gareen jila Xiinxalaa Siyaasaafi Daarektara OMN Obbo Jawaar Mahaammadiifi Hogganaa Ittaanaa, Kongirasii Federaalistii Oromoo, Obbo Baqqalaa Garbaatiin durfame rakkoo nageenyaafi tasgabbii dhiyeenya Oromiyaa Lixaa mudate sababeeffachuun garasitti imaluunsaa ni yaadatama. Dhimmicha... Read more »

ODPfi ADOn walitti makamuun ummata Oromootiif injifannoo guddaadha

Finfinnee: Oromoo Dimokiraatik Paartii (ODP)fi Addi Dimokraatawaa Oromoo (ADOn) walitti makamuun sanada walhubannaa dheengadda Waajjira Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa (BMNO)tti mallatteessaniiru. Dura Taa’aa Ittaaanaa ODPfi Pirezidaantii BMNO, Obbo Lammaa Magarsaa saganticharratti... Read more »

Qaroomina Kuush deebisuuf gahee labata har’aa

Bara teknolojiin daran hinfagaaanne keessa dandeettii uumamaan argatetti fayyadamuun kalaqaaleen hortee Kushiin lafa qabatan addunyaa addunyaa har’a keessa jiraannu kanaaf gaaffii guddaa ta’uunsaa hin oolu. Ijaarsaaleen, siidaawwaniifi bobbocni meeshaalee garagaraa ogummaa harkaan... Read more »

Horsiisaafis iccitii kan ta’e faayidaa kanniisaa

Qabeenya uumamaa biyyattiin qabduufi ittiin beekamtu keessaa tokko qabeenya kanniisaati. Faayidaa kanniisaa keessaa kan beekamaa ta’eefi bal’inaan bu’aarra oolaa jiru immoo damma yemmuu ta’u, Itoophiyaan dammaafi bu’aawwan dammaatiin Afrikaa keessaa sadarkaa duraa... Read more »

Milkaa’ina damee qonnaa; fooyya’insa qonnaan bulaatiin

Itoophiyaan biyyoota jalqaba qonna eegalan keessaa ishee tokko yemmuu taatu, gosoota sanyii garaa garaa omishuudhaanis kan beekkamtuudha. Sanyiiwwan biyyattii keessatti omishaman kunnuunis haala qilleensa naannawaa irratti kan hundaa’aniifi omishtummaansaaniis haaluma kanaan kan... Read more »

“Walitti bu’iinsa eenyummaarratti hundaa’e furuun harkuma keenyarra jira”

Finfinnee: Itoophiyaan baroota hedduuf heddummina aadaa, duudhaa, afaaniifi amantii sabootaa, sablammootaafi ummattootaa keessummeessaa turteetti; har’as kabajaa jirti.   Wayita ammaa garuu naannawawwan biyyattii addaddaatti rakkooleen nageenyaa tokkummaa biyyaatiif yaaddoo cimaa ta’an mul’achaa jiru.... Read more »

Buqqaatotaaf deggarsi qarshii mil. 33 taasifameera

Finfinnee: Jijjiirama siyaasaa biyyattii keessatti mul’achaa jiruun walqabatee qaamoleen fedhiifi faayidaansaanii kallattii hundaan tuqame ummattoota baroota hedduu waliin jiraachaa turan walitti buusaa turaniiru. Kanarraa kan ka’e lammiileen daangaarra jiraatan hedduun badii tokko... Read more »