YAADA

Yaa’iin 37ffaan hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’aafi boru teessoo waajjirasaa kan taate, Finfinneetti taa’ama. Gaazexaan Bariisaas kanuma sababeeffachuun maxxansasaa kanaan duraatiin mataduree, “Itoophiyaan Gamtaa Afrikaatiif maal gumaachite” jedhuun waan Yunivarsiitii Ambootti Daarektara Giddugala... Read more »

Miidiyaalee guddina Afaan Oromoo keessatti shoora olaanaa gumaachan jidduudhaa adda durummaan kan eeramu Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin torbanitti al tokko guyyaa Sanbataa kan maxxanfamu Gaazexaa Bariisaati. Gaazexaan Bariisaa sadarkaa mootummaa Federaalaatti Afaan Oromootiin... Read more »

Itoophiyaan biyya goototaa taatus gootummaashee gama hundaan guutuu taasisuu dadhabuusheetiin biyyoota hiyyeeyyii sarara hiyyummaa gad jiraatan keessatti waamamaa turte. Kanaanis Itoophiyaan waggootaaf maraanmartoo hiyyummaan wal’aansoo qabaa kan turte yoo ta’u, kunis hoggansa... Read more »

Boongaan magaalaa guddittii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Ummattoota Itoophiyaa Kibba Lixaati. Magaalattiin rakkoo bishaan dhugaatii hamaa yeroo dheeraa lakkoofsiseef saaxilamtee jiraachuu dubbatu jiraattonni magaalattii. Gareen gaazexeessitoota Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa dhimma hojiif gara magaalattiitti... Read more »

Ijaarsi Pirojektii Ikoo Turizimii Wancii yeroo ammaa ijaarsisaa xumuramee eebbifameera. Eebbaan dura qopheessummaa Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaatiin gareen gaazexeessitootaa sadarkaa ijaarsi pirojektichaa irra jiru daaw’ateera. Barreeffama kanaan yaada jiraattonni naannawaa pirojektichaa nuuf... Read more »

Ministeerri Dhimma Alaa Rippablika Demokraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa (RFDI) waggoota 116 dura, Onkololeessa 4 bara 1900 akka hundaa’e seenaan ni ibsa. Isa dura hojiin dippiloomaasii biyya karaawwan dinagdee, amantii, daldalaafi kanneen birootiin raawwatamaa... Read more »

Waliigaltichi tumsa dameewwan dinagdee, hawaasummaa, siyaasaafi loltummaa bal’aa kan hammateedha. Somaalii Laandiin fedhii qircannaa kolonii Warra Lixaa hordofee, gita bittaa Ingilizii jala kan turte yammuu tahu, ALA tti Juun 26, bara 1960... Read more »

Haala duraan baratameen ijaarsi hojiilee misoomaa gara garaa qonnaan bultoota lafasaaniirraa buqqisaafi dhiibaa ture. Ijaarsi Pirojektii Ikoo Turizimii Wancii-Dandii garuu nu hammate malee nu hindhiibne jedhu qonnaan bultoonni naannawichaa yaada Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Komishiniin Marii Biyyaalessaa marii namoota addaddaa, hayyoota, barsiisota, kutaalee hawaasaa, hawaasa siviikii, abbootii amantiifi ogeessota garagaraa wajjin taasisu ittifufeera. Dhiyeenyumallee abbootii Gadaa, haadholii Siinqeefi Waaqeffattoota wajjin haala hirmaannaafi adeemsa marii biyyaalessaa Naannoo... Read more »

Shuumiin Itaamaajoorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Mootummaa RFDI, Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa tibbana haala yeroorratti ibsa bal’aa kan kennan yoo ta’u, nutis ibsasaanii keessumaa kan isaan dhimma araaraa Taanzaaniyaatti taa’amerratti kennanirratti xiyyeeffachuun haala... Read more »