
Dorgommiin imala tarkaanfii kiiloo meetira shanii qopheessummaa Komishinii Ispoortii Federaalaatiin Amajjii 5 bara 2011 guutummaa biyyaatti akka adeemsifamu ibsame. Komishinarri ittaanaan Komishinii Ispoortii Federaalaa Obbo Geetaachoo Baalchaa ibsa kaleessa waajjirasaanitti gaazexeessitootaaf kennaniin... Read more »

Ispoortiin fayyaaf, jaalalaaf, tokkummaafi guddinaaf faayidaa olaanaa qaba. Akkasumas ispoortiin waltajjii aadaa keenya boonsaa itti waljijjiirruufi walitti dhufeenya ummatoota biyya keenyaas ta’e biyyoota addunyaa cimsuuf shoora guddaa kan qabuudha. Itoophiyaan dirreewwan ispoortii... Read more »

Ispoortiin ammayyaa biyya keenya utuu hinseeniin dura ispoortiin aadaa bal’inaan adeemsifamaa akka ture seenaansaa ni ibsa. Sabootaafi sablammoota jidduutti walitti dhufeenyi obbolummaafi jaalalaa akka uumamus ga’ee olaanaa kanneen taphatan keessaa tokko ispoortii... Read more »

Imaammanni barnootaa milka’aafi bu’a qabeessa kan ta’u haala qabatamaa yeroo wajjiin wayita haaromfamaa deemudha. Bu’uura kanaan biyyoonni hedduu guddina dinagdeesaanii bu’uura godhachuun sirna barnootaasaanii haareessaa deemu. Haala qabatamaa Itoophiyaatiinis imaammanni barnootaa yeroo... Read more »

Rakkoolee hojii dhabdummaa dargaggootaa furuuf mootummaan Federaalaa bara 2009 fandii liqii marmaartuu dargaggootaa qarshii biliyoona 10 ramaduunsaa kan yaadatamuudha. Fandiin kun karaa Ministeera Maallaqaa naannoleef gadhiifamaa kan jiru yoo ta’u, Biiroon Misooma... Read more »

Ayyaanni Qillee ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajamaniifi ibsama aadaa garagaraa qaban keessaa isa tokko. Ayyaanni kun akkuma addunyaattiyyuu hordoftoota amantii kiristaanaa biratti haala ho’aafi taateewwan addaddaatiin erga kabajamuu eegalee tureera. Amma amma taateen... Read more »

Gaazexaan Bariisaa akkuma kanaan dura gochaa ture maxxansa kanaanis gaafdeebii Hayyuduree ABO Qaama Ce’umsaa waggoota 45 darbaniif mirga Oromootiif qabsaa’aa turan, Obbo Galaasaa Dilboo wajjin taasise akka armaan gadiitti dhiyeessa. Bariisaa: Mee... Read more »