
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaafi Feestivaalli agarsiisa aadaa Oromiyaa 28ffaan magaalaa Walisootti eegalameera. Shaampiyoonichi akaakuuwwan ispoortii aadaa 10fi agarsiisawwan aadaa garagaraatiin kan gaggeeffamu ta’uun ibsameera. Shaampiyoonicha Godinni Shawaa Kibba Lixaafi Bulchiinsi Magaalaa Walisoo waloon... Read more »

Finfinnee: Qopheessummaa Konfedereeshinii kubbaa miilaa Afrikaa “CAF”n kan adeemsifamu Waancaan kubbaa miilaa Afrikaa ”CHAN” akka qophaa’u bu’uurrisaa kan kaa’ame A.L.A bara 2008 Kaayiroo, Misiritti. Konfedereeshinichi murtee dabarseen Waancaa kanarratti hirmaachuuf biyyoonni shaampiyoonaa... Read more »

Finfinnee: Jilli Pirezidaantii Ittaantuu Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komishinara Gargaartuu Daraartuu Tulluun durfamu gara Naannoo Tigiraayi Magaalaa Maqaleetti imale. Komishinara Gargaartuu Daraartuun, mootummaan Itoophiyaafi ABUT waliigaltee nageenyaa Piritooriyaatti gaggeessaniif qaamolee gaheesaanii bahataniif galateeffateetti.... Read more »

Sagantaan yaadannoo Artisti Alii Birraa tibbana Yunivarsitii Jimmaatti kan adeemsifame yoo ta’u, saganticharratti hojiiwwan artiifi muziqaa artistichi biyyaaf gumaachee darbe hayyootaafi artistootaan dhiyaataniiru. Akkasumas hariiroo Yunivarsitiin Jimmaafi Jimmaan artisticha waliin qabaachaa turan... Read more »

Guyyaan Turizimii Addunyaa akka Oromiyaatti yeroo 18ffaaf mataduree, “Yaadama Haaraa Turizimiif” jedhuun Onkoloolessa 27 hanga Sadaasa 1 bara 2015tti Magaalaa Hararitti kabajameera. Guyyaan Turizimii kun marii paanaaliifi iddoowwan hawwata tuuristii adda addaa... Read more »