Duudhaa walkabajuufi walii obsuu caalaatti dagaaguu qabu

Itoophiyaan biyya s a b d a n e e s s u m m a a , a f d a n e e s s u m m a a... Read more »

Kan abdatame akka ija godhatuuf hunduu qoodasaa haa bahatu

Biyya keenyaafi ummatashii yeroowwan garagaraatti qormaatiwwan adda addaa alaa keessaa mudatanis tooftaalee adda addaatiin cirtee keessa darbuun har’a geesseeti. Wagggoota jijjiiramaa afran darbanittis qormaatawwan namtolchee adda addaa ta’uun hinmalle mudachuun biyyas ta’e... Read more »

Ayyaanni cuuphaa Wallagga Lixaafi Qellem Wallaggaatti nagaan xumurame

Finfinnee: Ayyaanni Cuuphaa baranaa Godinaalee Wallagga Lixaafi Qellem Wallaggaa aanaaleefi bulchiinsota magaalaa godinaalee lamaaniitti nagaafi haala miidhagaa ta’een xumuramuu waajjiraaleen kominikeeshiniisaanii ibsan. Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota amantii kiristaanaa Addunyaarra jiraatan hunda biratti ulfina... Read more »

Deeggarsi namoomaa gara kaabaatti taasifamu cimee ittifufeera

Finfinnee: Gargaarsiwwan namoomaa mootummaafi dhaabbilee deggarsaatiin kutaa biyyattii gara kaabaatti ergaman cimanii ittifufuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itoophiyaa ibse. Daarektarri hariiroo ummataa komishinichaa Obbo Dabbabaa Zawudee akka Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatti himanitti, gargaarsi... Read more »

“Garee shororkeessaa Shaneerratti tarkaanfii hundagaleessi fudhatamaa jira” -TKM

Finfinnee: Sosochii garee shororkeessaa Shanee qolachuuf humni waloo Federaalaafi naannoo tarkaanfii hundagaleessa fudhachaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Miidhaa garichi hawaasaafi qabeenyarraan ga’aa jiru qolachuuf mootummaan tarkaafiin cimaa fudhachaa jiraachuu Ministirri tajaajilichaa... Read more »

 “Amantii faayidaa siyaasaaf oolchuun duudhaa amantii ofii yakkuudha” –Jaal Qajeelaa Mardaasaa

Finfinnee: Heera Mootummaa Rippablikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaarratti akka tumametti amantiin siyaasarraa bilisa jedha. Wiirtuuwwan amantii bakka qulqulluu waan ta’aniif ergama siyaasaa ittiin ba’achuuf yaaluun duudhaa amantii faallessuudha jedhu. Ministirri Aadaafi Ispoortii Itoophiyaa... Read more »

Read more »

Ciminootaafi hanqinoota seektara invastimantiifi industirii Oromiyaa raawwii hojii ji’oota ja’an darbanitti

Adaamaa: Biiroon Invastimantiifi Industirii Oromiyaa Dilbata darbe caasaaleesaa sadarkaa godinaaleefi magaalotaatti jiran waliin raawwii karoora hojii kurmaana lammaffaa bara 2015 irratti Magaalaa Adaamaatti mari’ateera. Waltajjii marichaarratti gabaasni raawwii hojii ji’oota ja’an darbanii... Read more »

Korichi erga hundaa’ee as Oromiyaatti namoonni 341 shakkaman to’atamuu ibsame

Finfinnee: Koreen Farra Malaammaltummaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa raawwii erga hundaa’ee namoota 341 malaammaltummaan shakkaman to’achuu ibsa Roobii darbe miidiyaaf kenneen ibseera. Miseensa korichaafi Komishinarri Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Abdallaa Oogatee akka... Read more »

Ayyaanni Cuuphaa baranaa nagaadhaan xumuramuun ibsame

Finfinnee: Ayyaanni Cuuphaa baranaa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaafi Nageenyaafi Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa Oromiyaa ibsan. Ayyaanni Cuuphaa baranaa sadarkaa biyyaafi naannoleetti nagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaafi Nageenyaa ibseera. Hambaalee kiliyyaa Itoophiyaan... Read more »