“Oromiyaatti karoorri ittifayyadama lafaa barana yeroo jalqabaatiif jalqabsiifame”Aadde Zaaraa Kadir

 Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Akka Oromiyaatti ittifayyadama lafaarratti karoorri kan hinturre yoo ta’u, barana akka haaraatti jalqabsiifamuu Biiroon Lafaa Oromiyaa ibse. Hoggantuu Ittaantuufi Ittigaafatamtuun Damee Karoora Ittifayyadama Lafaafi Ji’oo Ispaashaalii Aadde Zaaraa Kadir... Read more »

“Furmaanni rakkoo barsiisaa kallattii ministirri muummeen kaa’e hojiirra oolchuudha” – Doktar Roobaa Pheexroos

Charinnat Hundeessaatiin  Finfinnee: Ministirri Muummee Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad tibbana barsiisota dhaabbilee barnoota olaanaa wajjin dhimmoota adda addaarratti bal’inaan mari’ataniiru. Gaazexaan Bariisaas kanumarratti hundaa’uun hayyuu nageenyaafi misoomaa Yunivarsitii Dirre Dhawaarraa maricharratti... Read more »

BARIISAA SANBATAA AMAJJii 20 Bara 2015

Read more »

Carraa Waaliyaan tapha ‘CHAN’tiin marsaa ittaanuutti darbuuf qabu dhiphate

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa ‘CHAN’ taphatonni liigii biyyaa keessaa qofti irratti hirmaatan A.L.A bara 2009 Kotidivaar magaalaa Abijaanitti jalqabame. Kunis taphattoota piroofeeshinaaloota hinta’iiniifi liigii biyyaa keessatti taphataniif walmorkii biyyooleessaa irratti akka hirmaatan... Read more »

Komishinarri Gargaartuu Daraartuu Tulluu pirezidaantii ittaantuu ta’uun filatamte

Finfinnee: Federeeshiniin atileetiksi biyyoota Bahaafi Giddugaleessa Afrikaa walga’ii Dilbata dabree Finfinnee, Hoteela Iskaayi Laayittitti adeemsifateen waggoota afran dhufaniif koree hojii raawachiiftuu federeeshinichaa filateera. Haaluma kanaan Jeneraal Jaaksan Tiiwii kan Keeniyaa pirezidaantii federeeshinichaa,... Read more »

Hojiin Haroo Kiilolee misoomsuufi beeksisuu xiyyeeffannaa guddaa barbaada

Natsaannat Taaddasaatiin Guyyaan Turizimii Addunyaa akka Oromiyaatti yeroo 18ffaaf mata duree “Yaadama Haaraa Turizimiif” jedhuun Onkoloolessa 27 hanga Sadaasa 1 bara 2015tti Godina Harargee Bahaa, Magaalaa Hararitti kabajameera. Kabaja Guyyaa Turizimii kana... Read more »

“Jamareen: Qal’oo bareedduu, lookoo dabbassaan dheeraa jechuudha” -Artisti Kee’ol Naggasaa

“Ilma abbaa caalu malee ilma abbaa dhaanu hinta’iin” jedha Oromoon. Jabaadhu jedhee yoon eegale isa hinibsuu laata? Silas jecha caalaa hojiitu nama ibsa. Ilmi sagaleen kiilolee kan namoonni baay’een bakkawwan hundatti tibbana... Read more »

Koloneel Baacaa Hundee eenyu?

Biyyasaanii amanamummaan tajaajiluudhaan; kabajaafi daangaashii eegsisuudhaan waadaa seenan hojiitti hiikuudhaan gootota dirreewwan waraanaa adda addaatti qabsoo taasisaa turan keessaa Koloneel Baacaa Hundee isaan tokko. Keessumaa yeroo weerara Somaaliyaa dirqama loltummaan gaafatuun ol... Read more »

Doktar Boonsaafi Boonaa: Doktaroota lakkuu Yunvarsiitii Jimmaarraa barnoota fayyaatiin eebbifaman

Yeroo baay’ee namni qofaa dhalata. Qofaa ji’a sagal gadameessa keessa turee, qofaadhumasaa gara biyya lafaatti dhufa. Muraasni carraa qaban garuu gadameessa keessaa kaasee qofummaa achi ofirraa dhiibu. Dukkana gadameessaa waliin ta’anii dabarsu.... Read more »

“Rakkoo amma mul’atu furuuf dargaggoonni maanguddoota kabajuufi dhaggeeffachuu qabu” -Obbo Araggaa Geelaa (gorsaa Yunivarsitii Mattuu)

Keessummaan keenya maxxansa kanaa nama nageenyaafi misooma biyyaatiif waan olaanaa gumaachaniidha. Bakki dhalootaas ta’e guddinasaanii Godina Iluu Abbaa Boor, Aanaa Algee Saachii, Ganda Simboo Galjii jedhamuudha. Barnootasaanii sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa manneen barnootaa... Read more »