
Natsaannat Taaddasaatiin Marii jilli hoggansa olaanaa Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu torban darbe jiraattota godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaafi Qellem Wallaggaa wajjin dhimmoota nageenyaafi misoomaarratti Magaalaa Naqamtee, Gimbiifi... Read more »

Keessumaa waggoota muraasaa as oggaa jechi diyaaspooraa jedhamu dhaga’amu ergaawwan sammuu namaa keessaa hinbadne guguddoo kanneen akka ni ga’aa (#no more), akkasumas ergaan, Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad, “Itoophiyaanonniifi michuuwwan Itoophiyaa... Read more »