
Ergaan Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa hojii misooma sululaa Wixata darberraa kaasee guyyoota 60 turu ilaalchisuun dabarsan kunooti. Uumamni dachee kana irratti argaman hundi waldanda’anii akka jiraataniif seera uumaafi... Read more »

– Shawaan Lixaa shaampiyoona ta’e Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Dorgommiifi Feestivaalli Ispoortii Aadaa Afrikaa Bahaa Itoophiyaatti akka gaggeeffamu Ministeerri Aadaafi Ispoortii beeksise. Dorgommiin Ispoortii aadaa 20ffaafi Feestivaalli ispoortii 16ffaa naannoo Kibbaa magaalaa Dillaatti... Read more »
Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Ministirri Aadaafi Ispoortii Kabajamoo Obbo Qajeelaa Mardaasaa ambaasaaddara biyya dorgommii waancaa addunyaa baranaa sadarkaa afraffaa ta’uun xumurte, Morokoo wajjin mari’atan. Biyyi ardii Afrikaa, Morokoon karaa ambaasaaddarashii hawwii gaarii Itooophiyaan... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Sagantaan sosochii invastimantiifi industirii “Itoophiyaan haa omishtu, Oromiyaan haa omishtu” jedhu qindoomina Biiroo Invastimantiifi Industirii Oromiyaafi Ministeera Industiriin qophaa’e dheengadda Magaalaa Bishooftuutti adeemsifameera. Saganticharratti omishaaleen industiriiwwan gara garaa agarsiisaaf dhiyaataniiru.... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Itoophiyaan akkuma biyya sabaafi sablammoonni duudhaa afaaniifi aadaa gara garaa dubbatan waldanda’anii keessa jiraatan yoo taatu, hambaaleeshii kana madda galii ta’an qixa kunuunsuu dhabuun komatamaa turteetti. Deemsa keessa mootummaan jijjiiramaa... Read more »