
Kutaa qophiitiin Qabeenya uumamaa kunuunsun dhaloota boruu biyya miidhadguufi jireenyaaf mijattuu dhaalchisuuf galaadha. Qabeenyi uumamaa kennaa uumaan lubbu qabeeyyii hundaaf kenne keessaa isa ijoofi itti fufiinsa jiruuf jireenya dhala namaatiif murteessaa ta’edha.... Read more »

“Sanyiin kaleessaa firii har’aafi galaa boruuti. Dogoggorri kaleessaa cabiinsa har’aa uumuu isaa hubannee, qaamaa furmaata waaraa fidu cinaa ta’uuf yaa qophoofnu. Yaadaafi humna haaraa qabannee gara fuulduraatti tarkaanfachuuf abdiin haa kaanu. Jijjiirama... Read more »