“Mana marii dhufurraa hojii guddaatu eegama” -Miseensota

 Sinqinash Alamuutiin   Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa marsaa 5fan yeroo hojiisaa xumuree isa ittaanuuf dabarsee kennuuf qophiirra jira. Manni marichaa yeroosaa bardheengaddaa xumuruun irra ture waan filannoon sababa vaayirasii koronaatiin... Read more »

“Wiirtuun odeeffannoo irraa argannu tokko jiraachuu qaba” -Gaazexeessaa Girum Caalaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Itoophiyaa keessatti hojii gaazexeessummaadhaan walqabatee odeeffannoo sirriifi qulqulluu argachuun rakkisaa ta’uusaatiin wiirtuun tokko osoo hundeeffame gaarii ta’uu Gaazexeessaan Idil Addunyaa Girum Caalaa ibse. Gaazexeessaan kun gaafdeebii Wiixata darbe Gaazexaa... Read more »

Ergaa gocha juuntichaa ilaalchisuun darban keessaa

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad haala yeroorratti ibsa kennan, “Yaada Ummata Tigraayiif qabnu; hawaasa addunyaatiif iddoo qabnu yeroo dhumaatiif agarsiifneerra.” jedhan. Walitti bu’iinsa hammeessuurra waqtii Qonna haala mijeessuu akkasumas dhiyeessiin deeggarsaa rakkoo... Read more »

“Qeerroon kaleessa dhagaan; har’a rasaasaan juuntaa harcaasaa jira” -Obbo Taayyee Danda’aa

Waasihun Takileetiin Finfinnee: ABUT irree qeerroofi qarree Oromootiin erga harca’ee booda dhiifamaan bira darbuun biyya ijaaruuf yaalii taasifamu caalaa biyya diiguu ooltee bulteesaa godhachuu Dubbii Himaan Dhimmoota Kominikeeshinii Paartii  Badhaadhinaa Damee Oromiyaa... Read more »

“Dargaggoonni miira abbummaatiin badii biyyasaaniirratti aggaamame qolachuu qabu” -Miseensota WDO

Riippoorta gaazexichaatiin Finfinnee: Dargagoonni Oromoo lubbuufi barnoota itti dhabanii, lafeesaanii itti cabsanii harka duwwaa dhagaan qabsaa’anii kabaja biyyaa eegsisaafi eegaa jijjiiramni gama hundaan wayita ammaa mul’atu akka ittifufu gaafatame. Pirezidaantii Ittaantuun Waldaa... Read more »

Ergaa pirezidaantiin Gumii Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa, Sheek Haajjii Ibraahim Tufaa Arafaa ilaalchisuun dabarsan

Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Hordoftoota amanti Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) kan bara 1442fatiin nagaafi gammachuu guutuudhaan isin gahe, nu gahe. Kan baranaa kan bara egeree dacha dachaan warra itti deebi’u... Read more »

“Imala badhaadhinaa milkeessuuf sadarkaa maatiitti badhaadhina mirkaneessuun dirqama” -Pirezdaanti Shimallis Abdiisaa

Saamraawiit Girmaatiin Adaamaa: Caffeen Oromiyaa walga’ii idileesaa 14fa, waggaa 6fa, bara hojii shanaffaa Adaamaa Galma Caffeetti kaleessaa eegalee taa’aa jira. Cafficha adda kan taasisu, sababa weerara koviid-19n turtiinsaa waggaa shan ture ja’a... Read more »

“Bajatni naannichaa fedhii ummataa waliin yoo madaalamu hanqina guddaa qaba” -Obbo Tolasaa Gaddafaa

Natsaannat Taaddasaatiin Akka dhahaa biyya keenyaatti yeroon keessa jirru kun yeroo dhimmi bajajaafi isaan walqabatan irra deddeebiin itti ka’uudha. Oduun mootummaan federaalaa ykn naannoo bara bajataa kanaaf qarshii hammanaa ramade ykn ramadan... Read more »

Haaressi Istaadiyooma Finfinnee jalqabame

Tashoomaa Qadidaatiin Finfinnee: Waggoota dheeradhaaf tajaajila kennaa kan ture haaressi Istaadiyoomiin Finfinnee geggeeffamaa jira.  Haaressichaaf torban lama dura walta’iinsi kan mallatteeffame yoo ta’u, jalqaba torban kanaarraa kaasee geggeeffamaa jira. Haaressichi yaada Konfedereeshiniin... Read more »

Injifannoo Itoophiyaa Olompikii ammayyaarratti

Tashoomaa Qadidaatiin Finfinnee: Dur otoo taphni olompikii akka har’aa hinammayyoomiin sirnisaa Giriikitti waaqeeffannaa wajjiin walqabatee kabajamaa ture. Sirnichi erga bifa ammaayyatiin adeemsifamuu jalqabee garuu haala faayidaa hawaasa addunyaarratti  xiyyeeffateen falaasama ispoortii ammayyaa... Read more »