Gaazexaa Bariisaa Adoolessa 10/2013 maxxanfame!

Read more »

Miidiyaa “Global Television Network of Africa/ GTNA’ Afrikaarraa addunyaatti jedhamu qabannee dhiyaachuuf jenna” -Gaazexeessaa Girum Caalaa

Saamraawiit Girmaatiin Gaazexeessitoota miidiyaa idiladdunyaarra seenuun gabaasawwan fakkii Itoophiyaa jijjiiran dhiheessuuf tattaafatan keessaa, ilmi Oromtichaa gaazexeessaa Girum Caalaa isa tokko. Gaazexeessaan kun miidiyaa mootummaa Chaayinaa ‘CGTN’ jedhamu keessa kan hojjetu yoo ta’u,... Read more »

Moggaasa maqaa Magaalaa Galaaniifi gandootashee

Natsaannat Taaddasaatiin Magaalaan Galaan magaalota Godina addaa Naannawa Finfinnee keessaa tokko yoo taatu, karaa bahaatiin Finfinneerraa kiiloo meetira 25 fagaattee argamti. Magaalaan Galaan Adoolessa bara 1999 bu’uura labsii mootummaa naannoo Oromiyaa lakkoofsa... Read more »

Warshaa Dhugaatiiwwanii Keenyaa warraaqsa dinagdee keessatti

Waasihun Takileetiin Qabsoo hadhaa’aa, obsa fixachiisaafi wareegama qaalii waggoota sadiif osoo walirraa hincitiin keessumaa dargaggoota hirmaachisuun gaggeeffameen sirna gola Oromiyaas ta’e bayattii golgoleessaa ture hundeedhaa buqqisuun danda’ameera. Kana keessatti ammoo akkuma irranatti... Read more »

Infeekshinii kaleefi afuuffee fincaanii ga’eessotaafi daa’imman keessatti

Kaleen keenya faayidaa inni qaama keenyaaf qabu keessaa tokko dhiiga onnee keenya irraa madduun gara kalee keenyaa deeman erga dhimbiibee/calalee booda wantoota xuraa’aa qaama keenya keessa jiran gara alaatti dhabamsiisuuf gargaara. Afuuffeen... Read more »

Hawwii Xilaahun, Biraazilitti dippilomaatii ‘USA’

Waasihun Takileetiin Adduyaan kun buburreedha, kaan simattee miidhagsitee milkaa’inaan boonsiti, kaanimmoo cunqursitee sakaallaa hiyyummaatiin gaaditee gidirsiti. Kan milkaa’e; kan dhidhiitatee warraaqee, sakaallaa deegaafi hiyyummaa ciree keessaa baha. Kaan ammoo faallaa kanaatiin guyyaa... Read more »

Seenaa Oromoofi hubannoo dhalootaaf ta’u

Kutaa 2fa Ummanniifi sabni tokko dhuunfaadhaanis ta’e gamtoominaan hanga tokko eessa akka jiraate dhalootaaf ibsuuf seenaasaa beekuun murteessaadha. Kunis beekumsi dhalootaafi yeroo darbee bareeffamaanis ta’e mammaaksaan  (knowledge of the past) yoo jiraateedha. ... Read more »

Filannoo baranaarraa maal baranna?

Natsaannat Taaddasaatiin Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa ja’affaa bara 2012 geggeeffamuuf ture sababa weerara vaayirasii Koronaatiin bara 2013tti ce’uunsaa ni yaadatama. Filannoon kun Waxabajjii 14 bara 2013 kan adeemsifame yoo ta’u, sababa rakkoo... Read more »

Haleellaa nurratti aggaamame irree walta’een haa qolannu

Dhaabni shororkeessaa ABUT, kan dhiiga lammiitiin burraaquu amaleeffate gochasaa badii ammas akkuma bare ittifufuun keessumaa biyya keenya gara kaabaa hunkuraa jira. Waggoota sadii dura harka nagaaf diriireef ciniinee, carraa dhiifamaan ce’uu kennameef... Read more »

“Qaanqeen dimokraasii har’a afuurri itti baafatamu bu’aa wareegama kaleessaati” -Obbo Galaasaa Dilboo

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Biyya kanatti gaaffiin waan Oromoofi Oromummaa hanga maluun tolfachuu akka namootni tokko tokko  salphisanii guyyaafi ulaagaa tarreessanii osoo hintaane qabsoo cimina gaafatu ta’uufi qaanqeen dimokraasii har’a afuurri itti baafatamu... Read more »