Hirmaattonni olimpikii gara Tokiyootti imalaa jiru

Tashoomaa Qadidaatiin Fifinnee: Olompikiin Tokiyoo 2021 jalqabamuuf guyyoota muraasatu hafa. Biyyoonni miseensota koree olompikii biyyoolessaa 206 irraa hirmaattonni gara Jaappaanitti imalaa kan jiran yoo ta’u, imbaasiin Jaappaan Itoophiyaatti argamu jila atileetiksii olimpikii... Read more »

Doktara Kabajaa Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo Gambeelaa

Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo maqaasaanii ka dhalootaatiin Carii Maandhoo kan jedhaman yoo ta’u, abbaasaanii Maandhoo Gambeelaafi haadhasaanii Yaatanee Basaayyeerraa bara 1946 Godina Gujii Lixaa, Aanaa Bulee Horaa Ganda Carii Afindee jedhamutti dhalatan.... Read more »

Nageenyi dursa argachuu qaba

Taateewwanirratti taateen dabalamaa barri bajataa 2013 xumurameera. Mootumaan bajata bara 2014 raggaasisee bara ittaanuuf haala mijeesseera. Mootummaan haarofti dhufu bajata kana hojiirra oolcha.    Kanumaan walqabatee Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Waxabajjii... Read more »

Seenaa Gabaabaa Doktara Kabajaa Abbabachi Goobanaa

 Kutaa qophiitiin Hojii tola ooltummaatiin daran beekaman Doktarri Kabajaa Abbabach Goobanaa guyyoota 15 dura koviid-19n qabamanii Hospitaala Phaawuloositti kutaa namoonni dhukkubni itticimetti wal’aansi taasifamaafii turee halkan edaa addunyaa kanarraa du’aan boqotan. Salaale... Read more »

Giddeelloo Hirphee: Maanguddoo yeroo tola ooltummaa kanatti harka tol ooltotaa barbaadan

Charinnat Hundeessaa Salaaleetti dhalatan. Gostisaanii Yaayyaa Gullalleedha. Maanguddoo umrii 93ti. Yeroo Xaaliyaaniin lammata Itoophiyaa weerarte gara Finfinnee dhufan. Akkawoosaaniitu isaan guddise; Maanguddoo Giddeelloo Hirphee Didhaa. Dargaggummaasaaniitti waanti isaan hinhojjenne hinjiru. Akka moggaasa... Read more »

XIYYEEFFANNOO

Biyya kam keessattuu barbaachisummaa mootummaatiif sababoota adda addaa kan kaasan yoo ta’ellee inni tokko hawaasa balaa mudachuu malurraa ittisuu, akka waliisaaniirraan rakkoo hingeenyeefi humni addaa alaa akka hawaasa hinmiine taasisuun isa tokko... Read more »

Pirojektiiwwan meeggaa ammayyummaa Finfinneef gumaachan

Saamraawiit Girmaatiin Pirojektii Meeggaa jechuun pirojektiiwwan ijaarsisaanii qarshii biliyoona tokkoo ol fixu ta’uu hiikni damee ijaarsaan jiru ni mul’isa. Bu’uuruma kanaan Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara 2012 irraa eegalee waajjira of danda’e hundeessuun... Read more »

Dhibee teetaanasii

Maxxansa kanaan waa’ee dhibee teetaanasii (Tetanusa), mallattoosaa, karaa ittiin daddarbasaafi ittisaasaa kan waliin ilaallu ta’a. Dhibeen teetaanasii maali? Dhibeen teetaanasii infeekshinii sababa baakteeriyaa kilostiriidiyeem teetaan jedhamurraa kan dhufuuf summii (toxin) qaama keenya... Read more »

Dargaggoo Geetuu Yaasiin: Kophee haxaa’uurraa gara omishuutti

Saamraawiit Girmaatiin Dureessi beekamaan addunyaa Biilgeet “If you are born Poor it’s not your mistake, but if you die poor it’s your mistake” jedha. Kana jechuun “Hiyyeessa taatee dhalachuun dogoggorakee miti; hiyyeessa taatee du’uun garuu dogoggorakeeti”... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 8faafi isa xumuraa Hojiin guddaan seenaafi madda Oromoon walqabatee hojjatame qorannaa ‘Eike Haberlandiin bara 1963’ keessa maxxanfame ximmadda (Theory) seenaa Oromoofi afaansaarratti armaan dura ture kan jijjiiruu danda’eedha. Hanga baroota 1974tti... Read more »