Godinni Arsii Lixaa dachee Oromiyaa omishaafi omishtummaa qamadiifi garbuun daran kan beekamtuudha. Omishni kun yeroorraa yerootti dachaan dabalaa deemuusaatiin walqabatee hanqinni kombaayinaraa mudataa waan jiruuf sassaabbii irratti rakkoon mudachaa tureera. Rakkoo mudate... Read more »
Sagantaan cufiinsaafi beekamtii tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa ji’oota ganna bara 2015 Onkoloolessa 16 bara 2016 Finfinnee, Hoteela Iskaayilaayititti adeemsifameera. Saganticharratti Ministeerri Dubartootaafi Hawaasummaa hoggantoota qaamolee milkaa’ina hojichaatiif haala mijeessaniifi dargaggoota naannoleefi bulchiinsota... Read more »
Nyaata pirootiniidhaan badhaadhe argachuudhaaf beeylada mana ofiitti horsiisuudhaan bu’aalee achirraa argamutti fayyadamuun barbaachisaadha. Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa gara garaarraa eebbifaman hojii mootummaatti galchuun ulfaataa ta’uunsaafi sababa kanaan humni namaa barate damee horsiisa... Read more »
“Waaqni cittoo namatti fide qeensa nama hindhowwatu” jedhama. Miidhamummaa qaamaa jechuun dandeettii ykn ga’umsa dhabuu jechuu akka hintaane hojiilee isaan jiruufi jireenya mo’achuuf hawaasaa keessatti qabatamaan raawwachaa jiraniifi jijjiirama guddaa isaan galmeessisaaa... Read more »
Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee torban har’aa Finfinneefi Bishooftuuti haala miidhagaa, hawwataa, nagaa, duudhaafi safuusaa eegeen kabajameera. Nutis turtii Qeerroofi Qarreen Irreecha Hora Harsadiirratti hirmaatan Gaazexaa Bariisaa waliin taasisan akka arrmaan gadiitti qindeessineerra.... Read more »
“Dargagggeessaa hammam geessaa suman jaallee biyya keessaa” jedhamee weellifameera. Dargaggummaan umrii abdiin jireenyaa itti horatamu, egereen biyyaa itti wabii qabaatuufi bultii ijaarratanii qabsoo jireenyaa itti jalqabamu waan ta’eef yeroo kabajamaadha. Birraan yoo... Read more »
Torban Turizimii Oromiyaa taateewwan adda addaatiin dabaalamuun, haala ho’inaafi miidhagina addaa qabuun Fulbaana 13 hanga 15 bara 2016tti Finfinnee, Hoteela Iskaayilaayititti adeemsifameera. Cufiinsa sagantichaarratti sirna filannaa Miis Turizimii Oromiyaa bara 2016 haala... Read more »
Dargaggoo Olaanaa Tashoomaa barnootasaa digrii tokkoffaa Antiropolojiidhaan Yunivarsitii Hawaasaarraa, digrii lammaffaa ammoo Beekumsa Biyya Keessaa ‘Indigenous Knowledge’n Yunivarsitii Diillaarraa fudhate. Antiropolojiin damee barnootaa waa’ee aadaa, beekumsa xabboo, jiruufi jireenya dhala namaa qoratu... Read more »
“Bosonni addunyaadhaaf barbaachisaadha” jechuudhaan namoota hubachiisuuf yaaluun “Sombi ilma namaatiif barbaachisaadha” jechuun barsiisuuf akka yaaluuti. Barbaachisummaa biqilootaa daa’imummaarraa eegaluun barachaa guddannus manca’ina bosonaa garuu akka ummataatti hanbisuu utuu hindanda’in uwwisni qabeenya bosonaa... Read more »
Barri 2015 xumuramee bara haaraa 2016tti ce’uuf guyyaa Gaazexaan kun ba’erra dhaabbannee guyyoota lamatu hafa. Milkaa’inootaafi rakkoolee bara 2015 keessa turaniifi abdii bara 2016 ilaachisuun gaafdeebii dargaggoota godinaalee gara garaa waliin taasifne... Read more »