Oduu Bariisaa
Finfinnee: Godinaalee hongeen itti mul’atutti bishaan roobaa kuusuuf waggaa afur keessatti hidhawwan 255 ijaaruuf hojjetamaa akka jiru Biiroon Misooma Jal’isiifi Horsiise Bulaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biiricha Injinar Alamuu Raggaasaa ibsa addatti... Read more »
Finfinnee: Rifoormiin Poolisii Humna Addaa Oromiyaafi haalli nageenya naannichaa kallattii mootummaan lafa kaa’een kan hojiitti hiikamu ta’uu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenya Oromiyaa ibse. Hogganaan biirichaa Komishinarri Jeneraalaa Araarsaa Mardaasaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii... Read more »
Finfinnee: Ayyaana du’aa ka’uu/Faasikaa baranaarratti gatiin beeyladootaafi omishaalee tokko tokko daballii agarsiisuu dhiyeessitootaafi bitattoonni magaalaa Finfinnee yaadasaanii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennan ibsan. Giddugala gurgurtaa beeyladaa Gullalleetti daldalaa beeyladaa kan ta’an Obbo Darajjee... Read more »
Finfinnee: Nageenya amansiisaa uumuuf qaamolee nageenyaa ijaaruun, caasessuufi fooyyessuun dhimma mormii kaasuu osoo hintaane gaheefi ittigaafatama mootummaa ta’uu barsiisaafi qorataan saayiinsii hawaasaa Doktar Mulugeetaa Dabbabaa ibsan. Doktar Mulugeetaan yaada addatti Dhaabbata Pireesii... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti riifoormiin bulchiinsaafi ittifayyadama lafaarratti bara 2013 irraa eegalee taasifamaa jiruun bu’aawwan jajjabeessoo galmaa’aa jiraachuu Biiroon Lafaa Oromiyaa beeksise. Hoggantoonni mootummaa olaanaa, Afayaa’iifi miseensonni Caffee Oromiyaa kaleessa hojiilee riifoormii biirichaa daawwataniiru.... Read more »
Finfinnee: Ji’oota saglan darban uwwisa bishaanii, ibsaafi kunuunsa bishaaniirratti raawwii gaariin galmaa’uus qaala’inni gatiifi rakkoon nageenyaa hojiin walgeettii ibsaarratti dhiibbaa uumuu Ministeerri Bishaaniifi Inarjii beeksise. Ministirri ministeerichaa, Doktar Injinar Habtaamuu Ittafaa gaafdeebii... Read more »
Finfinnee: Abbootiin amantii Kiristaanaa kabaja Ayyaana Du’aa ka’uu gooftaa Yasuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniin, amantootni hundi dhiifamaafi araara buusuu Kiristoos fakkeenya taasifachuu akka qaban hubachiisan. Abbootiin amantii kunneen hordoftoota amantii... Read more »
Asallaa: Biyya waggoota dheeraaf qamadiin alaarraa galaa turetti, omisha qamadiin guddina dinagdee utubuu danda’uun abjuu fakkaatus dubbichi garuu dhugaa qabatamaa lafa jiru ta’ee jira. Itoophiyaan dur omisha bunaafi warqii alatti erguun sharafa... Read more »
• Biqiltuun avokaadoo kuma 38fi 774 diqaalomfameera Asallaa: Sagantaa misooma ashaaraa magariisaa baranaa milkeessuuf hojiin biqiltuuwwan nyaataafi misooma magariisaaf oolan diqaalomsuu hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godina Arsii beeksise. Biqiltuun avokaadoo omishtummaansaa olaanaa... Read more »
Finfinnee: Ministirri muummee yaada maddisiisee, ummanni Itoophiyaa immoo waan qabu walitti buusee, pirojektota guguddoofi maqaa biyyattii waamsisan ijaaruun waggoota muraasa jijjiiramaa kana keessatti baratamaa dhufaniiru. Pirojektota haala kanaan ijaaramaa jiran keessaa tokko... Read more »