“Gowwaan dhiifama hinbeeku, dhiifamni amala namoota jajjabooti” -Mahatma Gandii.

Namni dhiifama beeku nama dadhabaa miti. Namni akka dogoggoruu danda’uufi dogoggora godheef ammoo dhiifamni akka barbaachisu nama hubatu nama beekaadha. Kanaaf dhiifamni wantoota ilmaan namootaa salphaatti hingoone keessaa tokko. Dhaabbatni meeshaalee salphaatti... Read more »

Jibbi ba’aa isuma jibbu deebi’ee miidhuudha

Waggoota lama dura Ameerikaa keessa “Gartuu jibbaa” jedhamanii beekaman 917 akka turaniifi waggaatti dhibbentaa 900 oliin akka guddatu qorattootni ibsu. Maaltu namootni akka waljibban taasise kan jedhuuf namni Pirofeesar A. J. Masedon... Read more »

NAMA SI JIBBUUN KAN MO’AMTU YOO DEEBITEE JIBBITE QOFA!

Jibbi biyya lafaa kana keessatti rakkoo uume malee rakkoo fure hinqabu. Isa kana of irrattis ta’e biyyoota biraarratti agarreerra. Baay’een garuu irraa baruu hindandeenye. Jibbi hangam akka nama miidhu barsiistuun tokkoo barattootasheef... Read more »

Jimaa qama’uun cawee dabalatee dhukkuba danuuf nama saaxila

Faayidaafi miidhaa jimaan qabu ilaalchisee wantootni hedduun ni dubbatamu. Keessumaa gama dinagdeetiin, gama hojii uumuutiin, bakka xiqqoo irratti omisha gatii guddaa baasuufi kkf ilaalchisee namootni faayidaa jimaan qabu dubbatan ni jiru. Gama... Read more »

Sodoomummaa (‘Homosexuality ’)

Biyya keenyatti sodoomummaa ilaalchisee wanti nama suukanneessu, addumaan ammoo dhiyeenya kana daaw’annaaf gara Itoophiyaa ni dhufna jechuunsaanii namoota baay’eetti gaaffii ta’uurra darbee kaayyoonsaanii maalii? gaaffiilee fallisaa’oo maalii jedhu kaaseera. Sodoomummaan namoota korniyaa... Read more »

MALAAMMALTUMMAAN RASAASA TOKKOON HINDU’U

Malaammaltummaan jecha Ingiliffaarraa kan dhufe yoo ta’u  hundeensaa garuu afaan Laatiinii “corruptus” jedhurraa kan argameedha. Hiikaansaa “balleessuu, miidhuu, matta’aa fudhachuu, mancaasuu” jedhamee hiikamuu danda’a. Wanti dhalootaafi biyya mancaasuu danda’u kun egaa yeroo... Read more »

“Waan biyyi kee sii godhu hingaafatin; waan Biyya keetiif gootu gaafadhu” -John F. Kennedy

Joon F. Kenediin pirezidaantii Ameerikaa 35fa ta’anii yeroo muudaman haasaa isaan taasisan kan hindagatamne ture. Dhalootni biyya isaanii kan fayyadan malee irra fayyadamuu qofaaf akka hinjiraanne; biyya isaanii irraa waan hundumaa kan... Read more »

SI’ACHI TELEVIZIYOONA ILAALLA UTUU HIN TA’IN TELEVIZIYOONATU NU ILAALA

Qindeessaan giddu gala dhaabbata basaasaa Amerikaa (CIA) kan turan General Mikaa’el Haaydan sadarkaa teknolojiin televiziyonaa irra ga’e yeroo ibsan, “Si’achi dhaabbanni basaasa Ameerikaa (‘CIA’n) uummata Ameerikaa televiziyoona irraa hindhaggeeffatu” jedhan. Sababiin isaa... Read more »

Rakkoo addunyaa kan hiikan namoota qaariisiisanii ilaalan qofa!

Mul’ata ilaalchisee waan baay’een jedhameera. Hiikkaan hedduun itti kennameera. Haa ta’uyyuu malee kan irratti waliigalamu yoo jiraate rakkoo har’a addunyaan qabdus ta’e dhaloonni qabu hiikuu kan danda’an namoota mul’ata qaban qofa.  ... Read more »

Miidhaa Hamaa Sab-Qunnamtii Hawaasaa (Facebook)

Guraandhala 11, 2011 Pirezideentiin biyya Misir, Hosnii Mubaarek waggaa 30 erga aangoo irra turanii booda yeroo aangoo fedhasaaniin gadi lakkisan gaazexessaan CNN Wolfi Biliizer jedhamu nama biyya Misirii aangoorra jiran Waa’el Goonim... Read more »