Bowwoo kan jennu akka qorannoo Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (‘World Health Organization’)tti namoota wagga 18 ol ta’an keessaa walakkaa (50%) kan ta’an yoo xiqqaate waggaa tokko keessatti altakkaa yoo dhukkubsatuudha. Akaakuuwwan bowwoo guguddoo... Read more »
Ashandaa/Shaaday/Ashandiyyee/Soolal ayyaana ykn tapha shamarran Itoophiyaa kaabaa (Naannoo Amaaraafi Tigraayi) naannawa tokko jiraatan walitti qabamuun biqiltuu ashandiyyee kan yeroo baay’ee naannawa tabbaarratti argamu mudhiitti hidhatanii, uffannaa aadaatiin miidhaganii, rifeensa haalota adda addaatii... Read more »
Waggoota 33 dura waldaan bu’aarraa bilisa ta’eefi aadaa, duudhaa, seenaafi eenyummaa Oromoo cunqurfamaafi dhokfamaa ture addunyaatti beeksisu tokko hundaa’e. Waldaan kun akka hundaa’uuf yaadni kan ka’e ALA bara 1984 kora waggaa Tokkummaa... Read more »
-Hattuu ija jabeettiin abbaa faana teessee nyaatti. -Isa ati baalaan martee fidde gabaan bartee didde. -Gamna gowomsuun jibba dabalachuudha. -Kan citaa qabaa tokko namaa hinkennine mana bal’isii gorsiti. -Uleefi dubbiin gabaabduu wayya.... Read more »
Dubbistootaa, torban muraasaa as mataduree “Seenaa Babal’ina Mootota Abisiniyaafi Oromoo” jedhuun waa’ee babal’ina mootota durii isin dubbisiisaa jiraachuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaafi kan ittaanuunis waanuma qaama seenichaa ta’e isiin dubbisiisna. Bakki... Read more »
Malaammaltummaan jecha Ingiliffaarraa kan dhufe yoo ta’u hundeensaa garuu afaan Laatiinii “corruptus” jedhurraa kan argameedha. Hiikaansaa “balleessuu, miidhuu, matta’aa fudhachuu, mancaasuu” jedhamee hiikamuu danda’a. Wanti dhalootaafi biyya mancaasuu danda’u kun egaa yeroo... Read more »
Bara durii leenci tokko osoo bosona keessa deemuu daa’ima saamtonni haadhaafi abbaa irraa ajjeesan tokko argatee nyaachuuf yoo deemu haatiifi abbaan kan irraa du’an ta’uu argee daa’ima sana qabee gara mana jireenyaa... Read more »
Odaan gaaddisa Gadaati. Gadaan akka afoolaa Oromooti dur-durii namni Garraamiin Walaabu (‘innocent person’) jedhamu tokko goromsi jalaa bade barbaadee akkuma argateen gammadee gaddisa Odaa jalaa yoo ta’u, achumati hirribni fudhate. Achumatti sagalee... Read more »
Namoonni tokko tokko “Garaachan qaba” yoo jedhan ni dhaga’ama. Kunis dhukkuba garaachaa ibsuuf haala isaan itti fayyadamaniidha. Garaachi qaama dhala namaati malee dhukkuba miti. Kanaaf “dhukkuba garaachaan qaba” kan jedhuun osoo sirreeffamee... Read more »