“Sirni Gadaa ambaasaaddara maqaa biyya keenyaa ol kaaseedha” – Aadde Jamiilaa Simbiruu

Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Booranaa marsaa 72ffaa haaromsa boodaa Guraandhala 25/2017 gaggeeffamu sababeeffachuun torbee darbe marii paanaalii handhuura Oromiyaa, magaalaa Finfinneetti gaggeesse. Sirni Gadaa sirnoota dabran... Read more »

 Qeerrittii umrii gabaabduu keessatti kitaaba 10 barreessitee, 10 ol gulaaluudhaan gurra argatte; Doktar Zabiibaa Roobaa

Intala galgalli ishii ganamaan ifeefi hojii namoonni hedduun jireenyasaa guutuutti galmaan ga’uu hindandeenye milkeessitee maatiishee gammachiisuudhaan firaafi lammiif ammoo hamilee taate, mucattii daa’ima waggaa kudhanii taatee biyya handhuurri ishii itti awwaalamerraa godaantee,... Read more »

 Seenaa Bunaafi Siyaas-Dinagdee Shanan Gibee: Kitaaba haaraa dubistootaaf gumaachame

Yeroo ammaa guddina saayinsiifi teknolojiin irra qaqqaberraa ka’uun aadaan kitaaba dubbisuu laafaa dhufuun ni himama. Kanarraa kan ka’e barreessitoonni baay’een ittiin qoramaa jiru. Ta’us namni sammuudhaa waa qabuufi dhalootaaf barreessee dabarsuu barbaade... Read more »

 “Maqaa qabsootiin nama nagaa karaarraa qabanii maallaqa gaafachuun, ajjeesuun Itoophiyaaf qaaniidha; ummannis warra hidhatee isa saamaa jiru kana ofirraa qolachuu qaba” -Ambaasaaddar Kumaa Dammaqsaa

Oromoon qe’eefi qabeenyasaarratti kabajaafi abbummaasaa mirkaneeffatee sabaafi sablammii waliin waldanda’ee jaalalaan akka jiraatuuf kanamalees akka dimokraasiin lafa qabatuuf fincila diddaa gabrummaa keessatti qabsoo hadhaa’aafi obsa fixachiisaa taasisaa kan turan tokko lama miti.... Read more »

 Aadaa “Waamicha Abbaa Fardeenii” Shawaa Lixaatti

Ayyaanni Cuuphaa waggaa waggaan hordoftoota amantaa Kiristaanaa biratti si’aayinaan gaggeeffamurratti agarsiisni aadaa, duudhaafi sirnoonni gara garaa kan keessummaa’an yoo ta’u, sirnichi irra jireessaan dargaggoota biratti bakka olaanaa kan qabudha. Godinaalee gara garaatti... Read more »

“Cuuphaan guyyaa itti namoonni cuuphamuudhaan garbummaa seexanaa jalaa bahanii mucaa Waaqayyoo itti ta’an waan ta’eef guyyaa bilisummaati” – Qasiis Solomoon Tolchaa

Ayyaanni Cuuphaa Itoophiyaatti waggaa waggaan Amajjii 11 magaalaafi baadiyyaatti haala ho’aadhaan kabajama. Ayyaanni addababa’ii kun keessumaa hordoftoota amantaa Ortodoksii biratti haala addaatiin kabajama. Ayyaana kanarratti taabotni Amajjii 10 waaree booda sa’aatii 8:00... Read more »

Sirnoota jilaa baallii dabarsuu Gadaa Booranaa

Abbaan Gadaa Booranaa 71ffaa Kuraa Jaarsoo Kuraa bara gadooma isaanii xumuruun Abbaa Gadaa 72ffaatiif baallii dabarsuuf qophii xumuraa jiru. Sirna baallii kennuun duras jilawwan addaddaa jilachuurratti argamu. Osoo jiloota addaddaa jilachuu hinjalqabiin... Read more »

 “Wallagga Lixaatti miseensotni WBO sochii gara nagaatti deebi’uu ittifufanii jiru” -Obbo Taliilaa Tarrafaa bulchaa godinichaa

Oromoon wareegama kaffalaa dhufee ammas qe’eesaatti wareegama kaffalaa ittifufuu hinbarbaadu. Goleewwan Oromiyaa hundatti qilleensi nagaa bubbisee injifannoo argate tikfachaa boqochuu barbaada. Kanaaf Oromoon waraanni na ga’a jechuun nagaa naaf buusaa jechuun ejjennoofi... Read more »

 ULMAA: Kitaaba imala sirna ulmaa duudhaasaatti deebisu

Oromoon aadaa eenyummaasaa ibsan dabareedhaan walharkaa fuudhaa dhalootatti dabarsuun beekama. Aadaafi duudhaalee ciccimoo Oromoon qabu hedduu keessaa sirna kabajaafi kunuunsa dubartii deessuun walqabatu, Ulmaa akka fakkeenyaatti kaasuun nidanda’ama. Sirni cimaan kun yeroo... Read more »

 “Dhalachuun Kiristoos diinummaa Waaqayyoofi nama jidduu jiru fageesseetu Waaqayyoofi nama walitti fide” -Luba Doktar Yoonaas Yiggazuu

Ayyaanota amantii hordoftoota Amantii Kiristaanaa biratti bifa ho’aan kabajaman keessaa Ayyaanni Dhalachuu Yesus Kiristoos isa tokko. Ayyaanni kun Waaqayyo ilmisaa jaalala, araara, nagaa, tokkummaa, qajeelummaafi walii yaaduu namoota akka barsiisuuf kennaa godhee... Read more »