Saba Gaamoo biratti qophiin kabaja ayyaana Masqalaatiif taasifamu waggaa tokko fudhata. Haalli kabajasaas boqonnaawwan lama kan qabu yoo ta’u, inni jalqabaa walakkeessa baatii Fulbaanaatti; lammaffaan ammoo ji’uma kana gara xumuraatti kan kabajamu... Read more »
Masqalli mootii ayyaanaati. Akkuma beekamu mootiin hogganaa biyyaafi garee gurmuu hawaasaati. Masqallis ayyaana barii birraa waan ta’eef ykn bara haaraa kanaaf isa dura waan ta’eef mootii ayyaanaa jedhanii yaamu. Kana malees jalqaba... Read more »
Irreechi baranaa karaa aadaafi duudhaa isaa ganamaa eeggateen akka kabajamuuf Oromoonni biyya keessaafi alaa gamtoomaan akka dhaabbataniif Abbootiin Gadaafi Hawwan Siiqqee yaamicha taasisan. Mariin Abbootii Gadaa, Hawwan Siiqqee, Hayyootaafi Jaarsolee biyyaa qindeessummaa... Read more »
Obbo Leeniin Quuxoo Hamdoo, Yunivarsitii Naannoo Oromiyaatti Qorataafi Gorsaa akkasumas Daariktara Inistiitiyuutii Qorannoo Misooma Afaan, Aadaafi Aartii Oromooti. Gaafdeebii hayyuu kana waliin dhiyeenya kana dhimmoota afaan, aadaafi duudhaa Oromoorratti taasifne akka armaan... Read more »
“Sirbaa taphadhaa gammachuu keenyaa barri haarawaa kan ofii keenyaa Qaammeen nuuf dhuftee meewaggaa haaraa Nutis gammannee sirbaan dabaalaa X 2 Abaaboon urgooftee birraa barii jala geennaan Dukkanni bari’ee ka’aa qarreenis wal geenyaa”... Read more »
Sirbi Qaammee akkuma sirboota biroo afoolasaa danda’ee haalaafi bifa adda addaa qaba. Haala walaloo sirba Aseesaa keessaa tokko rawwiidha. Rawwiin sirba tokkotti lubbuu kan horuudha. Afwalaloon akka jiraatu kan taasisu raawwiidha. Kunis... Read more »
Misooma magaalotaa akka biyyaatti mootummaan qabatee ka’e milkeessuuf warraaqsa eegaleen jijjiiramni magaalaa Finfinneetti galmaa’aa jiru waan ajaa’ibaati. Namni Finfinnee kaleessa beeku har’a osoo dhufee argee addunyaa haaraa keessa kan gale taasisee kan... Read more »
Oromoon aadaa walgargaarsaa, waldeeggarsaafi walbira dhaabachuu hedduu qaba. Aadaan walgargaarsaa kun maqaalee gara garaatiin kan beekamu yoo ta’u, isaan keessaa buusaa gonofaa, harkoo ykn dabaree, hirpha, daboo ykn jigii, ulfina walitti qabachuufaa... Read more »
Yeroo Goobeen dhuftu abbaan qe’ee baay’ee gammada jedhu jiraataan Magaalaa Bishooftuu. Goobeen sirba wayita birraan bari’u sirbamu yoo ta’u, jechi Goobee jedhu sirbichas, dargaggoota gareen sirban waamuufis ni ta’a. Sirbi birraa Oromiyaa... Read more »
Yaa’iin Abbootii Gadaa marsaa 3ffaan tibbana mataduree, “Sirna Gadaa ijaarsa biyyaatiif” jedhuun qindeessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Hagayya 14fi 15 bara 2016 Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti adeemsifameera. Hoggantuun Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa... Read more »