Obbo Leencoo Lataa ALA bara 1943 abbaa isaanii Luba Lataa Waaqayyoofi haadhasaanii Aadde Hambisee Gorbaa irraa Oromiyaa Lixaa Magaalaa Dambi Dolloo mooraa Misiyoonii Ameerikaatti dhalatan. Obbo Leencoon maatii isaaniif ijoollee sadaffaa yoo... Read more »
Rakkoolee nageenyaa kutaalee biyyattii addaddaatti uumamaa jiran furuuf mootummaan tarkaanfiiwwan hedduu fudhachaa kan tureefi jiruudha. Yaa’iin Dhaabbilee Amantii Itoophiyaas nagaafi araara buusuuf kadhannaatiin qoodasaanii bahachaa turaniiru. Wayita ammaas barsiisa caaffata qulqullaa’aa lammiilee... Read more »
Itoophiyaafi ummannishii baroota dhufaanii darbaniin sarbitoota mirgaafi saamtota maqaafi bifa jijjiirratanii, afaan damma dibatanii ittidhiyaataniin miidhaafi gidiraa argaa turaniiru. Kanatu wayyutu dhufe oggaa jedhamu hammeenya raawwatamuun kan caalu ta’ee argamuun dabaree... Read more »
Finfinnee: Hoggansa siyaasaa dhiisaniyyuu dirree siyaasaa keessaa akka hinbaane dura taa’aan Adda Dimkoraatawaa Oromoo (ADO) ibsan. Dura taa’ichi, Obbo Leencoo Lataa ibsa Gaazexaa Bariisaatiif addatti kaleessa kennaniin, yeroo muraasa booda hoogganummaa dhaabasaanii... Read more »
ALA Amajjii 8 bara 1982 baadiyyaa Ertiraatti dhalate. Haadhaafi abbaasaatiif ilma hangafaati. Hanga umriinsaa barumsaaf gahutti naannawuma hiriyyootasaa wajjin dirree keessa burraaqaa guddate; Atileet Zarasannaay Taaddasaa. Umriisaa xobbeetti mana barumsaa kan gale... Read more »
Boo’icha xumura dhabee yeroo hunda imimmaan ummataa dhugu, madaan inni duraa osoo hinqooriin madaa irratti madaa biraa dabalu, boo’icha addaan hincitne boosisuun magaalaa Baatuutti ni mul’ata. Faayidaa ummataa kumaatamaan laakka’amuu irra tarkaanfatanii... Read more »