
Tibbana jaarsoliin biyyaa, abbootiin amantiifi bakka buutonni kutaalee hawaasaa biyyattii keessaa baba’an kuma tokkoofi 200 Finfinneetti walga’anii turan. Yommuu gara galma walitti qabamaniitti seenamu uffataa aadaa Oromoo dabalatee hundumtuu kan aadaafi amantiisaa... Read more »

Sirni Gadaa sirna bulchiinsa hawaas-dinagdeefi siyaasaa ummatni Oromoo baroota hedduuf karaa dimokraatawaa ta’een ittiin walbulchaa tureedha. Kunis dhalootarraa dhalootatti darbaa har’a kan gahe yoo ta’u, hawaasa addunyaafis keessumaa biyyoota lixaatiif akka bu’uuraafi... Read more »
Ummatoonni biyya keenyaa bara dhufaa darbaatti, sirnoota abbaa lafaa, cunqursitootaafi abbootii irree dabaree irratti walfuraniin gidiraa argaafi rakkoodhaan gadadamaa turaniiru. Lammiin Itoophiyaa biyya keessaafi alatti argamu gama hundaan miira abdii kutannaa keessa... Read more »

Haa ga’u nagaan koo qilleensarra balali’ee galaanarraa dhangala’ee tulluufi hawaa qaxxaamuree qabsaa’aa ilmakoo Qeerroo Nageessootiif. Shiraafi harqoota gabrummaa lammii keenyarratti fe’amee jiru qarxam godhee cabsuuf qabsoo hidhannoo taasisuuf jecha siif haadha keerraa... Read more »
Olaantummaan seeraa kabajamee nageenyi waaraan akka mirkanaa’uuf hirmaannaan ummataa kallattii hundaanuu cimuu qaba. Biyya keenyatti nagaa waaraan bu’ee fayyadamummaa haqaqabeessi akka dhugoomuuf keessumaa waggoota sadan darbanitti qabsoo hadhaawaan gaggeeffamaa tureera. Loogummaafi cunqursaan... Read more »

Garaan haadhaa burreedha takkaan haxxee takkaan ammoo gowwaa dahuunsaa hinoolu. Kaan hattuu kaan galtuu kaan ammoo utubaa biyyaaf abdii maatii ta’ee argamuun uumama dhala namaati. “Haxxee abbaatu jabeeffata gowwaa firatu gorfata” jedhe... Read more »
Namni tokko ba’ee kan galu, daldalee kan buufatu, facaasee kan haammatu, hojjetee kan badhaadhu yoo nageeyi jiraateedha. Nama dhuunfaa qofa miti, biyyi tokko karoorfattee kan guddattu, jireenyaaf mijattuu kan taatu, dinagdeen kan... Read more »
Qabsoofi wareegamni ummanni biyyattii keessumaa waggoota muraasa darbanii as taasisaa turan dhaaba siyaasaa tokko ykn ummata Oromoo qofaaf utuu hintaane injifannoo bilisummaa ummattoota Itoophiyaa hunda kan mirkaneessedha. Biyya keenyaa waggoota darbanitti sarbama... Read more »

ABOn biyyatti akka galu ODPnis aangoo sadarkaa biyya bulchuu irra akka ga’u kan taasise bu’aa qabsoo Qeerrooti. Qabsicha keessatti Qeerroon lubbuu isaa maaliiniyyuu hinmadaalamneefi hindeebine dhabeera; dhiiga isaas dhangalaseera; lafeen isaas cabeera.... Read more »
Qabsoofi wareegamni ummanni biyyattii keessumaa waggoota muraasa darbanii as taasisaa turan dhaaba siyaasaa tokko ykn ummata Oromoo qofaaf utuu hintaane injifannoo bilisummaa ummattoota Itoophiyaa hunda kan mirkaneessedha. Biyya keenyaa waggoota darbanitti sarbama... Read more »