IJOO DUBBII
Itoophiyaan biyya otoo qabduu dhabde, maraammartoo hiyyummaa garmaleefi gadadoo hamaatiin xaxamte ta’uun hawaasa biyyattiifi addunyaa biratti beekamti. Sababuma kanaan ummannishii barootaaf jireenya gadadoo, harkaa gara afaanii geggeessuuf dirqameera. Hunda caalaa biyya keenya... Read more »
Biyyiifi ummanni Itoophiyaa iftaan cidha guddaa tokko qabu; cidha nyaatanii dhugan otoo hintaane cidha lafa biqiltuun irraa ciramee golgolaa’e deebisanii magariisa gochuuf biqiltuu dhaabuudha. Biqiltuun dhala namaatiif waa hunda; eddii guddatee yeroo... Read more »

Qonni bu’uura guddina dinagdee Itoophiyaati. Ummatni biyyattii %85 hojii qonnaarratti bobba’ee jireenyasaa geggeeffata. Omishni qonna biyyattii roobarratti kan hirkate waan ta’eef omisha qonna gannaatiif xiyyeeffannaa olaanaa kennuun barbaachisaadha. Omishaafi omishtummaa qonnaa guddisuuf... Read more »
Oromoon namni nama sadiif tola oole bu’aa guddaa argata; namni nama sadiif tola hinoolle ammoo faallaa saniiti jedha. Sadan tola oolan bu’aa guddaa argatan 1fa gamnaaf dubbiin yoo tumsite, 2fa gootaaf onneedhaan... Read more »
Ummanni Itoophiyaa ummata olaantummaa seeraatti cimsee amanuufi duudhaasaa ittiin beekamuudha. Baroota bilisummaafi haqni cabeera jedhee amanettis duudhaadhumasaa kana eegee ummata irree tokkoon qabsaa’eedha. Fakkeenyaaf Oromoo biratti ‘adaraa seeraa’ yoo jedhame gochi hamaan... Read more »
Hojiin ogummaa kamuu duudhaa mataa isaa qaba. Ogummaan Raayyaa ittisaas saayinsaawaa waan ta’eef duudhaa hojii isaa ittiin gaggeefatu miidhagaa ta’e qaba. Kanaafuu raayyaan ittisaa sochii isaa guyya guyyaa keessatti duudhaa isaa eeggatee... Read more »
Shamarreen maqaanshii Kiristiinaa jedhamu al tokko maallaqa guddaa festaalii gurraachaan hidhamee bu’e oggaa lafatti argitu ijashii amanuu hindandeenye. Maallaqni kun mindaashii waggoota 20f hojjettee argattu caala. Maallaqa kana eenyu akka gate ni... Read more »

Barataa cimaa qormaata kutaa 10fa Roobii darbe xumurame fudhate tokko akkuma barame qormaanni akkami jedheen gaafadhe. Innis, “Gaariidha. Akkan sodaadhe miti. Garuu qormaata barumsa lamaatu xiqqoo natti ulfaate” jedhee naa deebise. Anis... Read more »
Gaazexaan Bariisaa bu’aalee maxxansaa Dhaabbbata Pireesii Itoophiyaa keessaa tokko yoo ta’u afaan, aadaafi duudhaa ummata Oromoo beeksisuufi dagaagsuu keessatti gahee guddaa taphateera, taphataas jira. Bariisaan bara 1967 yeroo Afaan Oromoo barreessuu mitii... Read more »

Sirni Gadaa mallattoo walabummaa Oromiyaa qofa osoo hintaane, hundee qaroomina ilmaan namaa keessaa kan hangafaa ta’uunsaa ragaadhaan mirkanaa’ee, sadarkaa addunyaatti beekamtii argachuun galmaa’eera. Aadaa bulchiinsa sirna Gadaa keessaa inni guddaan tokko, garaagarummaa... Read more »