
Sirni Gadaa mallattoo walabummaa Oromiyaa qofa osoo hintaane, hundee qaroomina ilmaan namaa keessaa kan hangafaa ta’uunsaa ragaadhaan mirkanaa’ee, sadarkaa addunyaatti beekamtii argachuun galmaa’eera. Aadaa bulchiinsa sirna Gadaa keessaa inni guddaan tokko, garaagarummaa... Read more »
Itoophiyaan biyya sabootni, sablammootniifi ummattootni afaan, aadaafi amantii adda addaa qaban hedduun keessa jiraataniidha. Ummattoonni biyyattii afaan, aadaafi amantiidhaan adda adda ta’aniyyuu duudhaa nagaa, jaalalaafi tokkummaatin waliin jiraachuu jaarraa lakkoofsise qabu. Waltajjiin... Read more »

Sababiiwwan waldhabdee Itoophiyaa keessatti uumamaa turaniifi jiraniif ka’umsi ijoon dhimma daangaati. Daangaan ummataaf hiika abbummaarra darbe qaba. Daangaa keessaan seenaafi eenyummaatu jira. Kanaafi ummattoonni dhimmichatti xiyyeeffannaa kennuun kan dubbatan. Yeroo hunda garuu... Read more »
Naannolee saglanifi bulchiinsota magaalaa lamaan Itoophiyaan qabdu keessaa akka Oromiyaa marii ummataatti kan amanu hinjiru. Duudhaan marii sirna Gadaa keessatti muuxaneeffamee baroota qaari’ee as gahe kun ammaan tanas ilmaan abbaa Gadaatti ce’ee... Read more »
Hortee Kuush kan ta’an Oromoofi Somaaleen cunqursaa hamaa gita bittoonni dabaree walfuruun irraan gahaa turan ofirraa fonqolchuuf wajjummaa kufaa ka’aa turaniiru. Walqixxummaaf irree tokkoon qabsaa’aniiru. Bilisummaaf waloodhaan dhaabataniiru. Qabsoo kana milkeessuuf Oromoofi... Read more »
Ayyaanota guguddoo keessaa hordoftoota amantii Kiristaanaa biratti sirnootaafi duudhaalee gara garaatiin dabaalamuun haala addaatiin kabajamu keessaa tokko ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoosi. Ayyaanni Du’aa Ka’uu dhoksaawwan guguddoo of keessaa qaba. Hordoftoonni amantichaa... Read more »
ESadarkaa addunyaatti akka daataan dhiyeenya bahe ragaa bahutti ummata biliyoona torba keessaa namoonni biliyoona 4.3 ta’an intarneetii, miidiyaalee hawaasaa ammoo biliyoonni 3.4 ni fayyadamu. Bilbila mobaayiliis namoota biliyoona 5.1tu fayyadamaa jira. Babal’achuun... Read more »

Akkuma, mortuun ganama na tolchi galgala naballeessi jetti jedhamu ‘ak jedhan waa tufan makmaakan waa dubbatan’ jedhamus jira. Ummanni Oromoo saba dimokraatawaafi uumamaan seeraafi duudhaa cimaa qabuudha. Bulchiinsa dimokraatawaa sirna Gadaasaas jaarraawwan... Read more »
Sirnoota darbanirraa kaasee sirni siyaasa Itoophiyaa daran walxaxaadha. Kunii qaamoleen siyaasaa biyyattii olaantummaan gaggeessaa turan qajeelummaafi gaarummaan hojjechu dhabuurraa kan maddeedha. Kanarraa kan ka’e seenaan, aadaan, amantiin, duudhaafi afaan ummattoota bal’aa kan... Read more »