
Kintaarotiin/baasuur sababa dhiitahuu hidda dhiigaa naannoo buubbuufi munneetti argamanirraan kahee kan dhufuudha. Hiddoonni dhiigaa kan onnee keenyarraa dhiiga qulqulluu qaama keeyaaf raabsan akkasumas kan qaama keenyarraa dhiiga qulqulluu hintaane fuudhanii gara onnee... Read more »
Kutaa 3fafi isa xumuraa Bacho Booranaa: Bacho Booranaa kan jedhaman immoo Oromoota gara Kaabaa jiraatan Meettaa, Waajituu, Ada’aafi Warra Jaarsoo Galaaniin walqabatee gara Kaabaatti laga Walaqaa ce’uun hanga laga Bashalootti kan qubataniidha.... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Guyyaan sabootaa, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa 15fan barana qindeessummaa Mana Maree Federeeshinii, walta’insa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Magaalaa Finfinneetiin Sadaasa 29 bara 2013 magaaluma Finfinneetti kabajama. Sadaasa 24-28 bara 2013tti garuu... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Erga raayyaan ittisa biyyaa magaalota Tigraayi mara to’annoosaa jala oolchee kaasee ummatni naannichaa qilleensa nagaa argachaa akka jiru abbootiin amantii magaalaa Shiree ibsan. Haaji Muhaammad Murhaan jiraataa magaalattii yoo... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Guyyaan sabootaa, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa si’a jalqabaatiif mirgi ofiin ofbulchuusaanii heera mootummaa RFDItiin raggaasifame waan ta’eef bara 1988 irraa kaasee Sadaasa 29 akka kabajamuuf murtaa’e. Ergasii kaasee wagguma waggaatiin... Read more »

Rippoortara Gaazexichaatiin Finfinnee: Qaamni maqaa Oromootiin socho’aa Oromoo ajjeesu, dhiiga dhangalaasu keenya miti jechuun gocha ABO Shaneen Godina Gujiitti raawwataa jiru Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo balaaleffatan. Abbaa Gadaa Gujiifi Walittiqabaan Gumii Abbootii... Read more »