Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Diggaa, Magaalaa Guddattuu Arjootti akaakuu hojii daldala elektironoksii maqaa Waldaa Shariikaa Zarihuunfa’aa, baay’inaa miseensaa dhiirota afuriifi dubartii tokkoon kaapitaala ka’umsaa qarshii kuma 13n kan hundaa’e yoo ta’u, yeroo... Read more »

Dachaasaa Roorrootiin Addunyaa kan guddisuufi misoomsu waraana qawwee miti. Waraanaa yaadaatu gahee baha; yoo sirriin qabamee kallattii qajeelloon hogganame. Waraanni yaadaatuu yoo waldhagahuufi waldanda’uun keessa hin jiraanne, yoo sirriin hooganamuu baate akkasumas... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Haleellaa murni badii raayyaa ittisa biyyaarratti raawwate qolachuuf tarkaanfii mootummaan federaalaa fudhachaa jiruun injifannoo guddaa galmeessisuun danda’ameera. Wayita ammaas garee juuntichaa adamsuun akkuma ittifufetti kan jiru yoo ta’u, gochoota yakkaa... Read more »

Namichatu arboota funyoo qal’oon walitti hidhee karaa cinaa dhaabataa oolu. Namootni arboota tarree nam’anii funyoo qal’oo tokkoon hidhamanii si’a tokko tokko agarsiisa addaa addaa agarsiisan kana ilaalanii ajaa’ibsiifatu. Arbootni kun funyoo ittiin... Read more »

Toonsiliin keenya qoonqoo keenya gara bitaaf mirgaatti Kan argamudha.toonsiliin kun morma keenya gama mirgaafi bitaan kan argaman yoo ta’u qaama keenyaaf wantoota dhibee nurraa lolan oomishuu keessatti gahee qabdi.Toonsiliin keenya kunis sababa... Read more »

Kutaa 2fa Akkichu Ibsa mataduree xixinnaa qubsuma Oromoo bahaa jedhu jalatti eegalle osoo hinxumuriin dura akkaataa qubsuma Akkichuu ibsuun murteessaadha. Asiin dura yaadota adda addaa ka’an lameen keessatti Akkichuun ilma Bareentummaati kan... Read more »