Qormaataan gamatti guddina dinagdee abdachiisaa -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Nama waa’ee sirna dinagdee hinhubanneef qaala’iinsa jireenyaatiin gamatti guddinni dinagdee kan yaadamu miti. Dhugumaan dhimmi daabboo dhimma yeroo namaa kennu waan hintaaneef beela keessatti jiraachuu guddina dinagdee yaaduun rakkisaadha. Kanumaafi, wayita... Read more »

BARIISAA SANBATAA Adoolessa 1 Bara 2015

Read more »

 Itoophiyaan gareeshii shaampiyoonaa addunyaa ibsite

Shaampiyoonaan atileetiksii addunyaa baatii Hagayyaa dhufu adeemsifama. Hangaariin magaalaashii guddoo, Budaapestitti shaampiyoonicha yeroo jalqabaatiif kan keessummeessitu yoo ta’u, atileetonni biyyoonni addunyaa 200 irraa babahan simachuuf qophiishii xumuraa jirti. Waltajjii akaakuuwwan dorgommii adda... Read more »

 Jilli Obbo Qajeelaa Mardaasaatiin durfamu Maqalee gale

Finfinnee: Jilli Ministira Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan durfamu magaalaa Maqalee galeera. Jilli kun daawwannaa hojiif gara naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti imaluun ibsameera. Jilichi hoggantoota Federeeshinii Kubbaa Miilaa, Federeeshinii Bishaan Daakaafi Federeeshinii... Read more »

 Siidaa Yaadannoo artistii guddicha: Magaalaa guddittii Finfinneetti

Artisti Alii Birraa burqaa muuziqaati. Mataa dureewwan ilma namaatiif barbaachisan waan irratti hinsirbine hinqabu. Artistootni tokko tokko muuziqaaf uumamu. Aliif garuu muuziqaatu uumame. Sanaaf natti fakkata dhimmoota hundarratti sirbi inni sirbe biyya... Read more »

 Xaa’oon qonnaan bulaaf bitamee harkaa butame, eessatti geeffame, eenyuunis fudhatame?

Omishaafi omishtummaan qonnaa akka dabalu taasisuuf teknolojiiwwan qonnaa bifa guutuu ta’een fayyadamuun barbaachisaa akka ta’u nama kamiifuu ifaadha. Waggoottan shanan darban keessatti fedhiin qonnaan bulaan gama galteewwan qonnaa barbaachisoo ta’an bifa guutuu... Read more »

 Pirofesar Tasfaayee Biiftuu: Abbaa kalaqawwan 100

Doktar Tasfaayee Biiftuu saayintistii ajaa’ibaa lammii Itoophiyaa-Ameerikaa addunyaarratti beekamtii guddaa qabaniidha. Yunivarsiitii Biraandeeyis jedhamutti PhDfi Yunivarsiitii ‘US Rutgers’ irraa ammoo MBA maanaajimantiidhaan xumuran. Hojii barnootaa gabaabaa hordofuun, jalqaba dhaabbata ‘Merck & Co.’... Read more »

 Walgargaaruuf dursa kennuun ummataa guddaa ta’uu

Ayyaani Idal-Adahaa (Arafaa) waggaa 1444ffaan Roobii darbe darbe kabajameera. Dursitoota biyyaarraa jalqabee hanga namoota dhuunfaatti miira jaalalaafi tokkummaa; walii yaaduufi quuqamuu of keessaa qabuun ergaa hawwii gaarii (baga ittiin isin gahee) darbaati... Read more »

 Pirojektota kallattii misoomaa naannichaa agarsiisan

Mootummaan Naannoo Oromiyaa keessumaa waggoota shanii as waggaa waggaadhaan pirojektota hedduu barootaaf gaaffii ummataa turan hojjechuun deebii kennurratti xiyyeeffatee hojjetaa jira. Pirojektonni xumuramaa jiranis erga hojjetamuu eegalanii kanneen waggoota dheeraa lakkoofsisaniifi sababoota... Read more »

 Hanga ammaatti xaa’oon kuntaala miliyoona 4.6 qonnaan bulaa qaqqabeera

Finfinnee: Hanga ammaatti raabsa xaa’oo taasifameen xaa’oo kuntaalli miliyoona 4.6 qonnaan bulaa qaqqabuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Bariisoo Fayyisaa addatti ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, bara... Read more »