Author:

Finfinnee: Korporeeshiniin Birodikaastingii Itoophiyaa (EBCn) ga’umsa sagalee Afrikaanota hunda ta’uurratti argamuunsaa ibsame. Eebba EBC Miidiyaa Kompileeksii haaraa ijaaramerratti haasaa kan taasisan Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) akka dubbatanitti, guddinni Itoophiyaa kan lakkaa’amu... Read more »

Baay’een keenya sababa balaa tiraafikaatiin namoota aantee keenya yookiin dhihootti beeknu dhabnerra jedheen yaada. Yookiin ammoo balaawwan sukkanneessaatiin namoonni baay’ee bakka tokkotti yommuu dhuman dhageenyee gaddineerra ta’a. Baay’een manasaaniitii nagaadhaan ba’anii kan... Read more »

Bu’uurri waa hundaa nageenya ta’uun dhimma walnama falmisiisu miti. Yoo nageenyi jiraate misoomni, guddinni, milkaa’inniifi badhaadhinni jiraata. Faallaasaatiin yoo nageenyi hinjiraanne homtuu hinjiru. Nageenyi nama dhuunfaarraa kaasee hanga biyyaatti dhimma murteessaafi barbaachisaadha.... Read more »

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee bajata mootummaa federaalaa bara bajataa 2016f qophaa’e qarshii biiliyoona 801.65 sagalee caalmaan raggaasise. Wixineen kun kan ragga’e yaa’ii idilee 28ffaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa... Read more »

Finfinnee: Naannoon Oromiyaa paarkiiwwan industirii qonnaa dabalataa afur ijaaruuf qophiirra jiraachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa beeksise. Hogganaan kominikeeshinii korporeeshinichaa Obbo Geetaahuun Addunyaa ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, paarkiiwwan dabalataa... Read more »

Finfinnee: Biyya haala qilleensaa mijataafi dachee gabbataa qabdu Itoophiyaatti dhimmi wabii midhaan nyaataa har’ayyuu ajandaa ijoodha. Kanaafis sababni guddaan yeroo baay’ee dhiyaatu fedhiifi dhiyeessiin walsimuu dhabuudha. Hanqinni dhiyeessii omishaafi omishtummaa wajjin hidhata... Read more »

Finfinnee: Kufaatiin sirna barnootaa mudate akka biyyaatti erga ajandaa ijoo ta’ee bubbuleera. Waggaa keessa jirru kanatti barattoota qormaata seensa dhaabbilee barnoota olaanaa qoraman keessaa %3 qofti darbuun dhimma rifaatuu guddaa uumeedha. Rakkoo... Read more »

Finfinnee: Pirofesar Mahdii Haamid Muudeefi Jaal Leencoo Lataafa’iin kan hundaa’e Gaazexaan Bariisaa bara 1969 irraa eegalee Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin (DhPI) torbanitti altokko maxxanfamaa kan jiru yoo ta’u, dagaagina ogbarruufi Afaan Oromootiif waan... Read more »

Finfinnee: Boorana, aanaalee Mi’oofi Taltalleetti sassaabbiin omisha xaafiifi qamadii kombaayinaraan gaggeeffamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Duula mataduree, “Hongee darbe yaadachaa haahojjennu” jedhuun qonni gannaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera. Hogganaan waajjirichaa Obbo Mahaammad... Read more »

Finfinnee: Ijaarsi hidha Laga Abbayyaa biyyoota miseensa yaa’a lagichaatiif bu’aaqabeessummaasaa mul’isaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa beeksise. Ijaarsi hidhichaa dhibbantaa 91 irra ga’uunis ibsameera. Waajjirichatti Daarektarri Daayirektoreetii... Read more »