Author:

Nageenya waaraaf waldhaga’uufi tokkummaan jabaachuu akka qabu Pirofeesar Tasammaa Ta’aa ibsan. Hayyichi turtii tibbana dhimma nageenyaarratti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa wajjin taasisaniin akka jedhanitti, aadaan waldhaga’uu waan laafeef akka biyyaatti gatii hinmalletu kaffalamaa... Read more »

Finfinnee: Haalli nageenyaa Naannoo Amaaraa yeroo ammaa fooyya’aa waan ta’eef sochii qonnaarratti dhiibbaan uumame akka hinjirre Biiroon Kominikeeshinii Naannichaa ibse. Hogganaan biirichaa Obbo Gizaachoo Mulunaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »

Finfinnee: Yaalaafi ittisa dhibeewwan koleeraafi busaarratti hojjetamaa jiraachuu Waajjiraaleen Fayyaa Godina Qellem Wallaggaafi Baalee Bahaa ibsan. Hanqinni qoricha busaa mudachuunis ibsame. Ittigaafatamaa Ittaanaan Waajjira Eegumsa Fayyaa Godina Qellem Wallaggaa Obbo Yoonaas Ittaanaa... Read more »

Finfinnee: Hojii tola ooltummaa dargaggootni naannichaa bara kana hojjetaniin baasii qarshii biliyoona 3.1 baraaruun akka danda’ame Waldaan Dargaggoota Oromiyaa beeksise. Pirezidaantiin Waldichaa Dargaggoo Kadir Indaalkaachoo akka Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf himetti, hojii tola... Read more »

Finfinnee: Qaala’iinsi gatii timaatimiifi shunkurtii rakkoo dhiyeessii osoo hintaane rakkoo hojmaata daldalaa keessatti mudate ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Bariisoo Fayyisaa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, omishni... Read more »

Finfinnee: Godinaaleen Wallagga Bahaafi Wallagga Lixaa sochii misooma qonnaa abdachiisaarra jiraachuu hoggantoonni hojii godinaalee kanneenii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiif ibsaniiru. Hoggantoonni kunneen akka jedhanitti, dhiyeessii xaa’oorratti hanqinni jiraatus hojiin qonnaa haala gaariidhaan adeemsifamaa... Read more »

Finfinnee: Sosochii fooyyessa manneen barnootaa biyyaalessaatiin guutuu biyyattiitti sadarkaa manneen barnootaa kuma 50 ol fooyyessuuf kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Barnootaa ibse. Sosochichis akka biyyaatti boruu eegalama. Ministeerri Barnootaa sagantaa sosochii guutuu biyyaatti... Read more »

Sabbata: Godina Shawaa Kibba Lixaatti gaaffiin misoomaa yoo xiqqaate dhaloota lama lakkoofsise waggoota muraasa keessatti deebii argachuusaaf jiraattonni Aanaa Sabbataa Hawaas Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf yaada kennaniin mootummaa galateeffatan. Aanichatti tibba kana riqichaafi... Read more »

Taammiruu Raggaasaatiin Xiyyoo: Godina Arsii, Aanaa Tiyootti barana oyiruu heektaara kuma 25 sanyiidhaan uwwifamu keessaa dhibbantaan 15 xaa’oo uumamaatiin kan misoomu ta’uu Waajjirri Qonnaa Aanaa Tiyyoo beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Haajii Tolaa... Read more »