
Babal’achuun dhaabbilee barnoota olaanaa dhuunfaa bakkeewwan dhaabbileen mootummaa hingeenye ga’uun barnoota qulqullina qabu lammiileef kennuuf yoo ta’u, ergamsaanii kana dhiisuun kanneen hojii seermaleessummaatti bobba’anii jiranis tokko lama miti. Kanneen dhimmamanii lammiisaanii fayyaduuf... Read more »

Imaammanni barnootaa milka’aafi bu’a qabeessa kan ta’u haala qabatamaa yeroo wajjiin wayita haaromfamaa deemudha. Bu’uura kanaan biyyoonni hedduu guddina dinagdeesaanii bu’uura godhachuun sirna barnootaasaanii haareessaa deemu. Haala qabatamaa Itoophiyaatiinis imaammanni barnootaa yeroo... Read more »

Aadde Giddeellash Mohaammad, Godina Gujii Lixaa, aanaa Malkaa Soddaatti ittaantuu afyaa’ii mana maree yoo ta’an, waltajji marii afyaa’iiwwan dubartootaa biyyaalessaa tibbana Finfinneerratti qophaa’erratti hirmaachuuf argamanii turan. Gaafdeebii addatti Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin... Read more »

Ifa, mirgaafi faayidaa ummanni Oromoos ta’e saboonni biyyattii biroon har’a argataniifi eenyummaa har’a ittiin boonan kanaaf abbootiin keenya durirraa eegalanii dhiigaafi qaama hir’atanii, lafeesaanii caccabsaa darbees lubbuu ofii aarsaa godhaniiti kan dhaloota... Read more »
Yeroon amma keessa jirru yeroo kamiyyuu caalaa ummattootni biyyattii kan abdii itti horataniifi jireenya wabii qabu kan itti mirkaneeffachaa jiraniidha. Waggoota kurnan lamaan darbaniif haalli bulchiinsa biyyattii keessa ture afaaniin waa’ee dimokraasii... Read more »

Rakkoolee ijoo damee fayyaa keessatti mul’atan keessaa tokko hanqina ogeessota fayyaati. Yunivarsitiin Jimmaas rakkoo gama kanaan jiru furuuf yeroo yeroon ogeessota fayyaa leenjisee eebbisiisaa jira. Yunivarsitichi Sanbata darbe barattoota damee barnoota adda... Read more »

Qorataafi barreessaan xinhawaasaa ardii Afrikaa akka bakkalcha bariitti ilaalamu, Pirofesar Asmaroom Laggasaa dhalootaan lammii Eertiraa yoo ta’an, ALA bara 1931tti magaalaa guddoo biyyattii, Asmaraa, bakka Gazaa Kenishaa jedhamutti dhalatan. Bakka Gazaa Kenishaa... Read more »

Rakkoolee nageenyaa kutaalee biyyattii addaddaatti uumamaa jiran furuuf mootummaan tarkaanfiiwwan hedduu fudhachaa kan tureefi jiruudha. Yaa’iin Dhaabbilee Amantii Itoophiyaas nagaafi araara buusuuf kadhannaatiin qoodasaanii bahachaa turaniiru. Wayita ammaas barsiisa caaffata qulqullaa’aa lammiilee... Read more »
Misoomni humna namaa guddina hawaas dinagdee biyya tokkootiif wantoota daran murteessoo ta’an keessaa isa duraafi olaanaadha. Kanaaf humna nama baratee gaai’inaafi qulqllinaan horachuun wantoota olaanaa guddini biyya tokkoo itti madaalamu keessaa sadarkaa... Read more »

Boo’icha xumura dhabee yeroo hunda imimmaan ummataa dhugu, madaan inni duraa osoo hinqooriin madaa irratti madaa biraa dabalu, boo’icha addaan hincitne boosisuun magaalaa Baatuutti ni mul’ata. Faayidaa ummataa kumaatamaan laakka’amuu irra tarkaanfatanii... Read more »