Oduu Bariisaa
Finfinnee: Roobni amma roobaa jiru qonnaa arfaasaa baranaa milkeessuuf shoora olaanaa qabaachuu Inistiitiyuutiin Metiworolojii Itoophiyaa ibse. Kutaalee Naannawawwan Itoophiyaa Arfaasaan rooba argataniifi rooba marsaa lammaffaa argatan rooba idileen olii akka argatanis eereera.... Read more »
Me’ee Bokkoo: Walharkaa fuudhiinsi Baallii Gujii 75ffaa Guraandhala 13, bara 2016 Me’ee Bokkootti aannan walii kennuun raawwatama. Harmuufaafi Roobaleen walharkaa fuudhinsa kana gaggeessuuf jila godhatanii lamaansaaniiyyuu erga Me’ee Bokkoo qubatanii torbeewwan hedduu... Read more »
Finfinnee: Guddina dinagdee yaadame milkeessuuf rakkoo nageenyaa mul’atu hatattamaan furuu akka barbaachisu hayyuun dingdee Yunivarsitii Finfinnee, Pirofeesar Alamaayyoo Gadaa ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) tibbana gaaffiilee Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf... Read more »
Fooramiin Walta’iinsa Magaalota Itoophiyaa har’arraa eegalee Walaayittaa Sooddootti adeemsifama Walaayittaa Sooddoo: Bulchiinsi Godina Walaayittaa hawaasaafi qaamolee nageenyaa waliin hojjechaa waan jiruuf nageenyi amansiisaan jiraachuufi namni kamuu sa’aatii 24:00 socho’uu akka danda’u bulchaan... Read more »
Watajjii marii ummataa tibbanaarraa galtee guddaan argameera Finfinnee: Mootuummaa tattaaffii rakkoolee nageenyaa naannolee Oromiyaafi Amaaraa karaa nagaatiin furuuf eegale cimsee ittifufa jechuun Ittigaafatamaan Damee Subqunnamtiifi Hariiroo Haajaa Alaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Addisuu... Read more »
Amaariffi afaan hojii gamtichaa akka ta’uuf gaafatame Finfinnee: Yaa’ii 37ffaa dura bu’oota Gamtaa Afrikaa har’aafi boru Finfinneetti kan adeemsifamu yoo ta’u, Itoophiyaan milkaa’inoota damee barnootaarratti galmeessisterratti ibsa nikenniti. Amaariffi afaan hojii gamtichaa... Read more »
Sandaafaa Bakkee: Shoora fardeen injifannoo lola Adwaarratti taphatan dhalootaa dhalootatti ce’uu akka qabu Himaattonni Feestivaala Gugsii Fardaa Oromiyaa 3ffaa Amajjii 25-26 bara 2016 Magaalaa Sandaafaa Bakkeerratti hirmaatan ibsan. Afyaa’ii Ittaanaan Caffee Oromiyaa... Read more »
Finfinnee: Dhaloota injifannoo Adwaa qofa osoo hintaane dhalootni har’aas injifannoo galmeessaa jiraachuu Yuunivarsiitii Finfinneetti Hayyuun seenaa Doktar Dachaasaa Abbabaa ibsan. Doktar Dachaasaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, dhalootni kaleessaa birmadummaa... Read more »
Jimma: Godinni Jimmaa omisha bunaa qofaan utuu hintaane yeroo dhiyoo as omishaalee dammaa, qamadii bonaa, ruuziifi baala shaayiitiinis daran beekamaa dhufeera. Ittigaafatamaa waajjira qonnaa godinichaa Obbo Mahaammad Xahaa Abbaafiixaa garee gaazexeessitoota Dhaabbata... Read more »
Finfinnee: Nageenya Naannoo Amaaraa waaressuuf hawaasni tumsa taasisu cimsee akka ittifufu Biiroon Kominikeeshinii naannichaa waamicha dhiyeesse. Hogganaan biirichaa Doktar Mangashaa Faantaawu Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, yeroo ammaa nageenyi naannichaa... Read more »