“Tokkummaan Ortodoksii tokkummaa Itoophiyaaf daran murteessaadha” -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Tokkummaan Ortodoksii tokkummaa Itoophiyaaf murteessaa ta’uu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi tibbana abbootiin amantaa mana amantaa kutaalee biyyaattii garaagaraarraa dhufan waliin marii taasisaniiru. Abbootiin amantaa kunneenis haala nageenya... Read more »

 Qamadii bonaa hanga ammaatti sassaabamerraa callaa kuntaalli miliyoona 17 ol argame

Finifinnee: Omisha qamadii jallisii bonaa baranaa hanga ammaatti sassaabamerraa callaan qamadii kuntaalli miliyoona 17.68 argamuu Biiroon Qonna Oromiyaa ibse. Biirichatti qindeessaan Inisheetiivii Misooma Qonna Bonaa Obbo Xahaa Muummee Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii... Read more »

 Giddugala jireenya dubartoota daldala saalqunnamtiirratti bobba’an baraaruuf ijaarame

Finfinnee: Giddugalli Haaromsaafi Gabbisa Dandeettii Dubartootaa daldala saalqunnamtiirratti bobba’an baraaruuf kaayyeeffate ijaarsisaa xumuramee Kamisa darbe eebbifame. Giddugalichi Finfinneetti lafa kaaree kuma 100 irratti kan ijaarame yommuu ta’u, adda durummaan jireenya dubartoota daldala... Read more »

Hirkattummaa siyaas-dinagdee jalaa ba’uuf ulaan galaanaa barbaachisaadha

Finfinnee: Hirkattummaa siyaas-diinagidee jalaa ba’uuf ulaan galaanaa murteessaa ta’uu hayyuun  siyaasaa yunivarsitii Haramaayaa Obbo Iyyoob Tasfaayee ibsan. Obbo Iyyoob Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, biyya hirkattuummaa diinagdee, siyaasaafi hawaasummaarraa bilisa... Read more »

“Hojiirra oolmaan gabaa kaappitaalaa qaala’iinsa jireenyaatiif furmaata waaraadha” -Namarraa Gabayyoo (PhD)

Finfinnee: Gabaan kaappitaalaa/istookii Itoophiyaan hojiirra oolchuuf itti adeemaa jirtu qaala’iinsa jireenyaa akka biyyaatti mudateef furmaata waaraa ta’uu Ministir De’eetaan Misoomaafi Karooraa Doktar Namarraa Gabayyoo ibsan. Doktar Namarraan Wiixata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

Ijaarsi tarbaayinoota anniisaa elektiriikii maddisiisanii ji’oota torba keessatti  xumurama

Finfinnee: Ijaarsi tarbaayinootaa Hidha Laga Abbayyaa  anniisaa elektiriikii maddisiisan ji’oottan  torban ittaanan  keessatti akka xumuramu Gaggeessaa Hojii Olaanaan hidhichaa Injiinar Kiflee Horroo ibsan. Ijaarsa riqichaa dabalatee guutummaan ijaarsa pirojektichaa bara 2017tti akka... Read more »

Magaalaa Shaggaritti abbootiin qabeenyaa qarshii biliyoona 151n hojii invastimatiirratti bobba’aniiru

Finfinnee: Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti abbootiin qabeenyaa qarshii biliyoona 151n hojiilee invatimatii garagaraarratti bobba’an namoota kuma 179 ta’aniif carraa hojii banuu Waajjirri Invastimantiifi Industirii magaalichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Doktar Hayilamikaa’el Alamuu kaleessa Dhaabbata... Read more »

 “Fayyadamoo ta’uuf dubartootni jijjiirama yeroo waliin tarkaanfachuu qabu”- Aadde Xayyibaa Hasan

Finfinnee: Dubartootni fayyadamummaa-saaniif kabachiifachuuf dandeettiifi gahumsa yeroon gaafatu horachuunf of qopheessuu akka qaban Daarektarri Olaantuun Dhimma Tajaajila Godaantotaafi Godaantota deebi’aniifi Pirezidaantii Ittaantuun Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhina Aadde Xayyibaa Hasan ibsan. Aadde Xayyibaan... Read more »

 Leenjichi geengoo hiyyummaa keessaa ummata baasuuf shoora olaanaa qaba

Finfinnee: Leenjiin leenjistootaa ogeeyyiin qonnaa 2,600 paakeejii misooma arfaasaafi gannaarratti kenname geengoo hiyyummaa keessaa ummata baasuuf shoora olaana qaba jechuun Biiroon Qonna Oromiyaa ibse. Leenjichis marsaa lamaan Gurraandhala 18-27 magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.... Read more »

Gujiitti qonnaan bultoonni 143 gara invastimantiitti ce’an

Finfinnee: Godina Gujiitti ji’oota ja’an darbanitti qonnaan bultoonni 143 gara invastimantiitti ce’uu Waajjirri Invastimantii godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Mabraatuu Roobaa torbee darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, godinichi damee invastimantii qonnaafi... Read more »