Biirichi namoota miliyoona 1.7 oliif carraa hojii uume

Finfinnee: Ji’oota saddeettan darbanitti namoota miliyoona 1.79f carraan hojii dhaabbataan uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa ibse. Daarektarri kominikeeshinii biirichaa Obbo Tasfaa Ajjamaa Wiixata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, biirichi... Read more »

 Milkaa’ina marii biyyaalessaatiif tumsiifi hirmaannaan hundaa barbaachisaadha

Finfinnee: Marii biyyaalessaa yaadame milkeessuuf tumsiifi hirmaannaan hundaa barbaachisaa ta’uun ibsame. Madda waldhabbii gangalataa as gahe boora’uu nageenya biyyattiif sababa guddaa ta’uunsaa akkuma jirutti ta’ee Waraana Itiyoo-Eertiraa as qofatti walittibu’iinsi kuma 10... Read more »

 Kaafamtootni misoomaa Finfinnee misooma koriidarichaa kan deeggaran ta’uu ibsan

Finfinnee: Hojii misooma koriidarii Finfinnee kan deeggaran ta’uu kaafamtootni misoomaa duraan Birbirsa Gooroo (Piyaassaa) jiraachaa turan ibsan. Kaafamtootni misoomaa kunniin bakki isaan jiraachaa turan misoomaa waan jiruuf iddoo qophaa’efitti gammachuudhaan galaa jiraachuu... Read more »

“Omishni qamadii hektaara kuma torbaan eegalame har’a miliyoona 2.8 qaqqabeera” –        Obbo Geetuu Gammachuu

Finfinnee: Warraaqsa dinagdee damdaneessa guutuu Oromiyaatti bara 2011/12 hektaara kuma torbarratti eegalame dachaan dabaluun heektaara miliyoona 2.8n gahuu Hogganaan Biiroo Qonna Oromiyaa ibsan. Hogganaan biirichaa Obbo Geetuu Gammachuu gaafdeebii dheengadda Gaazexaa Bariisaa... Read more »

Soomi nageenya, tokkummaafi hawaasummaa cimsuuf gumaacha olaanaa qaba

Finfinnee: Duudhaaleen soomaa nageenya, tokkummaafi hawaasummaa cimsuu keessatti gumaacha akka qaban Manneen Marii Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa, Itoophiyaafi Finfinnee ibsan. Sagantaa ifxaara daandiirraa mataduree “Ifxaarri keenya tokkummaa keenyaaf” jedhuun Finfinneetti Roobii darbe gaggeeffameera.... Read more »

“Hojiin fuulduraa saffisa, baay’inaafi qulqullinaan hojjetamuu qaba” -Obbo Shimallis Abdiisaa

Adaamaa: Ittiquufiinsa ummataa mirkaneessuuf yeroo ittaanutti hojiin saffisa, baay’inaaf qulqullinaan hojjetamuu akka qabu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa hubachiisan. Obbo Shimallis kana kan hubachiisan kaleessa wayita konfiraansiin Paartii Badhaadhinaa Damee... Read more »

“Cimnee hojjennee Finfinnee magaalaa miidhagduu Afrikaa taasifna” -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Hojii qindoomaa amma jiruun Finfinneen magaalaa miidhagduu Itoophiyaa qofa osoo hintaane kan Afrikaa akka taatu shakkiin akka hinjirre Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad hubachiisan. Doktar Abiyyi tibbana raawwachiiftota hojii ulaa... Read more »

 Sagantaa ashaaraa magariisaaf naannoleen qophii taasisaa jiru

Finfinnee: Naannoleen sagantaa ashaaraa magariisaa bara 2016n biqiltuu biliyoonaan dhaabuuf qophii taasisaa jiraachuu ibsan. Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, misooma ashaaraa magariisaa baranaatti... Read more »

 Lafa qonnaa Oromiyaa keessaa %43 asiidummaa biyyeetiin miidhameera

Finfinnee: Lafa qonnaa Oromiyaan qabdu keessaa %43 asiidummaa biyyeen kan hubame ta’uu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Geetuu Gammachuu sagantaa daawwanaa Warshaa Nooraa Gudar torbee darbe taasifamerratti akka jedhanitti, sababa... Read more »

 Godina Arsiitti aramaan ‘Deessii’ omishaafi omishtummaa hubaa jiraachuun ibsame

Finfinnee: Godina Arsii aanaa Amiinyaatti gosti aramaa ‘Deessii’ jedhamu omishaafi omishtummaa akka malee hubaa jira. Aramaa kana tokkoosaa wayita midhaan keessaa buqqisan dhibba ta’ee akka margu dubbatu qonnaan bultoonni. Aramaan kun akka... Read more »