Oduu Bariisaa
Finfinnee: Agarsiifni kalaqa saayinsii marsaa 9ffaa waliigala Magaalaa qindeessummaa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinneetiin qophaa’e mata duree “Qulqullina Barnootaa Mirkanaa’a Badhaadhina Biyyaaf” jedhuun Paarkii Michummaatti jalqabameera. Agarsiisicharratti kalaqaaleen saayinsii barsiisotaafi barnootaan hojjetaman agarsiisaaf... Read more »
Finfinnee: Qonna ganaan qophiin lafaafi guddistuu callaa taasisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Beenishaangul Gumuz ibse. Hogganaan biirichaa Obbo Babakir Haliifaa ibsa torbee darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin qonna gannaatiif barnaaf qophiin lafaafi guddistuu callaa... Read more »
Finfinnee: Qonna arfaaasaatiin omisha hanga ammaatti sassaabamerraa callaa kuntaalli miliyoona 60 argamuu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministirichatti bakka bu’aan gaggeessaa hojii dhimmoota tarsiimoo Obbo Mulugeetaa Suyyum Kibxata darbe waltajjii gamaaggama raawwii hojii... Read more »
Finfinnee: Tuurizimiin idustirii aara maleessaa guddina dinagdee addunyaa keessatti gumaata guddaa qabuufi damee misoomaa filatamaa ta’edha. Ragaan Kawuunsilii Tuurizimiifi Imala Addunyaarraa argame akka mul’isutti dameen tuurizimii guddina dinagdee addunyaaf %9.1 yookiin doolaara... Read more »
Finfinnee: Manni Maree Dhaabbilee Siivilii Hawaasaa milkaa’ina marii biyyaalessaatiif ajandaa marii gumaachuun gaheesaa ba’achaa jiraachuu ibse. Daarektarri eeggattuun mana marichaa Aadde Haannaa Waldagabri’eel Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, manni marichaa bakka... Read more »
Finfinnee: Qaala’iinsi jireenyaa rakkoo addunyaa ta’us biyya galiin ummataa irra jireessa gadaanaa ta’e, Itoophiyaatti gaaga’amni inni fidu olaanaadha. Mootummaan tarkaanfii qaala’iinsa jireenyaa cinatti rakkoo hoji dhabdummaarratti fudhataa jiruun jijjiiramni qabatamaan dhufuu danda’eera.... Read more »
Finfinnee: Lafa dhaabbii biqiltuu bara kanaa hektaara 624 ta’uu kaartaa mul’isu qophaa’uu Koreen Teknikaa Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa ibse. Walitti qabaan Koree Teeknikaa Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa Doktar Adafris Warquu Kibxata darbe Gaazeexaa Bariisaaf... Read more »
Waltajjiin ajandaa walitti qabuu Caamsaa 21-27 Finfinneetti gaggeeffama Finfinnee: Mariin biyyaalessaa furtuu rakkoolee walxaxoo barootaa biyyattii raasaa jiranii ta’uu Komishinni Marii Biyyaalessaa ibse. Waltajjiin ajandaa marii walitti qabuurratti fuulleffate Caamsa 21-27 akka... Read more »
Finifinnee: Tarkaanfii qindaa’aa milishaa, ummataafi Raayyaa Ittisa Biyyaan inxaaleyyiirratti fudhatameen namootni kuma 89 qe’eesaaniirraa buqqa’anii turan gara qe’eesaaniitti deebi’uu Bulchiinsi Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ibsan. Bulchaan godinichaa Obbo Mirreessaa Fiixee kaleessa Gaazexaa... Read more »
Itoophiyaatti tiraanisfoormeeshiniin dijitaalaa jijjiirama gaarii fidaa jira”-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee: Ekispoon Istiraayidii Itoophiyaa (‘Strid Ethiopia Expo’) mataduree ‘Saayinsiin balbala bana, Teknolojiin walitti hidha, Kalaqni fuulduratti tarkaanfachiisa’ jedhuun Caamsaa 10-18 bara 2016tti Finfinnee, Godambaa Saayinsiitti adeemsifamaa jira. Ekispoo qindeessummaa Ministeera Inoveeshiniifi Teknolojiitiin... Read more »