Keessummaa Bariisaa
Keessummaan keenya har’aa Weellisaa Doktara Kabajaa Artisti Alii Shabboo. Aliin abbaasaa Obbo Shabboo Waddoofi harmeessaa Aadde Hamidaa Mawludirraa ALA bara 1942 Dirre Dhawaatti dhalate. Artistiin kun keessumaa sirbasaa “Dinbushee Galaa” jedhamuun caalaatti... Read more »
Itoophiyaan sadarkaa addunyaattis ta’u Afrikaatti walmorkiiwwan ispoortii hedduurratti ni hirmaatti. Kanneen keessaa qabxii olaanaa galmeessisaa kan jirtu ispoortii atileetiksiitiini. Kanaanis “Dirreen atileetonni Itoophiyaa irratti hinhirmaanne dirree dorgommii hinfakkaatu” hanga jedhamutti ga’ameera. Atileetota ... Read more »
Ganama ganama namni magaalli qal’aa dheeraan tokko daandiiwwan Faransaay Lagaasiiyoon gara Jaanmeedaa geessuurra wayita fiigu mul’ata. Namni kun wayita fiigu harkasaa kan raasuuf sochii ispoortiif jecha osoo hintaane namoota daandiirraa isa dubbisan... Read more »
Namni televizhiinii ilaaluu jaalatuufi yeroo hedduu hordofu isaan beeka. Namni marsariitii hawaasaa keessattuu feesbuukii fayyadamu immoo, sochii fincila waggoota darban akka biyyaafi Oromiyaa keessatti taasifamaa turerratti yaadaafi ergaa isaan gama fuula feesbuukiitiin... Read more »
Keessummaan keenya har’aa Doktar Mahaadii Hamiid Muudee ykn Abbaa Bariisaa jedhamu. Hundeessaa Gaazexaa Bariisaati. Bariisaan aadaa, afaaniifi seenaa Oromoo guddisuufi dagaagsuu keessatti gumaacha olaanaa taasiseera; taasisaas jira. Faayidaa ummata Oromoo mirkaneessuu, mirgasaa... Read more »
Gaazexaan Bariisaa akkuma kanaan dura keessummoota adda addaa wajjin gaafdeebii taasisee fuula kanarratti dhiyeessaa ture. Maxxansa kanaanis nama jireenyasaanii guutuu industirii daandii qilleensaa keessatti dabarsan, Daandii Qilleensa Itoophiyaa sadarkaa olaanaatti guddisan, hojjettootasaanii... Read more »
Gaazexaan Bariisaa akkuma kanaan dura keessummoota guguddoo muuxannoonsaanii dubbistootaaf barumsa ta’a jedhee amane wajjin gaafdeebii gochuun dhiyeessaa jira. Maxxansa kanaanis Afyaa’ii Caffee Oromiyaa, Aadde Loomii Badhoo keessummaa godhachuun isinii dhiyeesseera. Bariisaa: Aadde... Read more »
Jijjiiramootni siyaasaa biyyattii keessatti erga mul’achuu eegalanii waggaa tokkorra darbeera. Pirezidaantonni naannolee, ministirootniifi hoggantootni duraanii gara sadarkaa federaalaatti kan darban yoo ta’u, gariin ammoo humna haaraan bakka buufamaniiru. Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo... Read more »
Waggaa 82 dura lubni lammii Israa’eel tokko amantii barsiisuuf gara Dirre Dhawaa dhufe. Utuma achi jiranii hiriyyaan isaa dubartii tokko mataa baqaqsee gara Finfinneetti baqata. Achittis nama Fitaawuraarii Waaqjiraa jedhamuun walbaree, isaan... Read more »
Obbo Bulchaan ni dubbatu: “-Oromoon mirga argate malee Bilisummaa guutuu hin arganne -Mirga abbaa biyyummaa Finfinnee malee babal’inni Finfinnee nu yaachisuu hin qabu -Badii Finfinneen qonnaan bulaashee irratti raawwatte ogeeyyotaan qoratamu qaba... Read more »