Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaa biyya kamfaatu qopheessee fudhate?

Finfinnee: Waancaan Kubbaa Miilaa Afrikaa akka jalqabamuuf koreen kubbaa miilaa Afrikaa kan wayita ammaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa jedhamuun ALA Waxabajjii 18 bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartumitti hundeeffame. Baruma kana waancaan... Read more »

 Atileet Qananiisaa Baqqalaa Maraatoonii Vaaleenshiyaa boruurratti nihirmaata

Finfinnee: Atileet Qananiisaa Baqqalaa Maaraatoonii Vaaleenshiyaa akka lakkoofsa Awurooppaa boru gaggeeffamurratti akka hirmaatu beeksise. Atileetichi miidhama yeroo dheeraa booda Maraatoonii Vaaleenshiyaarratti akka hirmaatu ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaa dabarseen beeksiseera. Fiigichatti deebi’uuf... Read more »

 Atileet Siraanash Yirgaa Maaraatoonii Shaangaay injifatte

Finfinnee: Atileetin Itoophiyaa Siraanash Yirgaa Maaraatoonii Shaangaayi injifatte. Atileet Siraanash fiigicha kana sa’aatii 2:21:28tti galuun dorgommicha dursitee xumurteetti. Siraanashitti aanuun atileetiin lammii Keeniyaa, Seelii Cheepiyegoo Kaptich sa’aatii 2:21:55n sadarkaa lammaffaadhaan xumurte. Dhiirotaan... Read more »

 “Federeeshiniin Biskileetii magaalaa Jimmaa hundaa’e seenaa Jimmaa kan haaressuudha” -Obbo Ahmad Abbaamaccaa

Finfinnee: Ga’umsa ispoortii biskileetiitiin magaalaan Jimmaa seenaa keessatti qabdu deebisuuf Federeeshiniin Biskileetii Magaalaa Jimmaa hundaa’uu Waajjirri Dargaggootaafi Ispoortii Magaalaa Jimmaa beeksisan. Ittigaafatamaan waajjirichaa Ahmad Abbaamaccaa ibsa addatti Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

 Fiigicha dubartootaa meetira kuma 5 irratti rikoordii atileet Gudaaf Tsaggaayeen cabsite raggaasifame

Dorgommii Daayimandii Liigii Ameerikaa Iwuujinitti gaggeeffameen; Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommii meetira kuma 5 dubartootaatiin rikoordii addunyaa cabsuun injifachuunshee niyaadatama. Atileet Gudaaf fiigicha meetira kuma 5 dubartootaa daqiiqaa 14f sekondii 00 fi maayikiroo... Read more »

 Fiigichi Maaraatoonii Riilee 19ffaa har’a Magaalaa Maqaleetti gaggeeffama

Finfinnee: Fiigichi Maaraatoonii Riilee 19ffaan har’a Magaalaa Maqaleetti akka gaggeeffamu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksise. Yaa’iin waliigalaa federeeshiniichaa 27ffaanis ni gaggeeffama. Hogganaan waajjira federeeshinichaa, Obbo Yohaannis Ingidaa dorgommii kanarratti atileetonni kilabootaafi naannolee bakka... Read more »

 Madiinaa Isaa kaadhimamtuu dhumaa taatee dhiyaatteetti

Finfinnee: Atileetiin Itoophiyaa Madiinaa Isaa badhaasa atileetii cimaa addunyaa waggaa 20 gadii Federeshiniin Atileetiksii Addunyaa qopheesse sadan xumuraa keessatti hammatamuu dandeessee jirti. Atileetonni biroo kaadhimamoo ta’an lamaan Atileetii Keeniyaa Feeyiz Cherotikifi Atileetii... Read more »

 Waaliyaawwan leenjisaa haaraa muuddatan

Finfinnee: Ji’oottan darbaniif dubbii ijoo ta’ee kan ture dhimmi qacarrii leenjisaa Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa Waaliyaawwanii, leenjisaa Gabramadiin Haayilee muuduun xumura argate. Garichi yeroowwan muraasa darbaniif hoggansa Daareektara Teeknikaa garichaa, Obbo Daani’eel Gabramaariyaamiin... Read more »

Atileet Almaaz Ayyaanaa fiigicha walakkaa maraatoonii Hinditti dorgomame injifatte

Atileet Almaaz fiigicha walakkaa maraatoonii Hindi, Delhiitti dorgomame injifatte. Fageenyicha sa’aatii 01:07:59n xumurteerti. Atileet Almaaz miidhamaan fiigicha irraa fagaattee yeroo dheeraa booda gara dorgommii idil-addunyaatti deebi’uun injifannoo argamsiistedha. Atileetonni Ugaandaafi Keeniyaa dorgommichaan... Read more »

Dorgommiin fiigichadaandiirraa kiiloomeetira 30 Onkoloolessa 25 gaggeeffama

Finfinnee: Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira soddomaa 10ffaan Onkoloolessa 25 bara 2016 Magaalaa Bishooftuutti akka gaggeeffamu beeksise. Hirmaattota dorgommichaatiif badhaasni qarshii kuma 300 ol qophaa’uunis beekameera. Hogganaan waajjira federeeshinichaa Atileetiksii... Read more »