
Dhaabbileen siyaasaa maqaa ummata Oromootiin hundaa’anii socho’aa jiran hedduudha. Dhaabbileen kunneen maqaa adda addaa haa qabaataniyyuu malee kaayyoon isaanii gaaffii ummata Oromoo deebisuufi mirgaafi fayyadamummaa ummatichaa kabajchiisuudha. Kanaafuu dhaabbileen siyaasaa maqaa Oromootiin... Read more »

“Adeemsa dhalootaa keessatti namoonni awwaara kaasaniis, ashaaraa kaa’aanis turaniiru; ammas ni jiru. Awwaara kaasuun salphaadha, naannawaa faaluun isa ga’a. Ejjechuuniifi irra deddeebi’anii ejjechuun awwaara ni kaasa. Awwaarri haala salphaa ta’een ka’a; ol... Read more »

Bara 1879 kan hundoofte Finfinneen (Shaggar) Magaalaa guddittii Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun tajaajilaa jirti. Eddii hundooftee waggaa 132 kan lakkoofsiste Shaggar, gama qulqullinaa, misoomaafi guddina waliigalaatiin sadarkaa ishee giturra hinjirtu.... Read more »

Bara 1935 Oromiyaa, Lixaa Dambi Doollootti dhalatanii barumsa hanga digrii sadaffaatti hordofuun biyyasaanii haqummaafi alloogummaan ministirummaafi pirezidaantummaan kan tajaajilan Doktar Nagaasoon Ebla 19 bara 2011 addunyaa kanarraa du’aan boqochuun sirni awwaalchaasaanii Dilbata... Read more »