Tarii amanuunsaa kan nama danqu yoo ta’ellee bara keessa jirru kana namoonni hedduun garbummaa keessa jiraatu. Garbummaan kun ammoo akka kanaan duraa gurraachonni Afrikaa humnaan qabamanii warra lixaatti gurguramuu miti. Garbummaa namni... Read more »
Galma guddaa keessatti namooti hedduun walgahaniiru. Teessoon galmichaa imamii (sarara) sadiin addaa qoodameera. Sadeenuu namaan guutamaniiru. Fuuldura teessoo waltajjii bareedaan qophaa’eera; kan mari’achiistoti irra taa’an. Waltajjichi akka barame teessoo guguddaafi minjaala dagalee... Read more »
Suura Jaal Baaroo Tumsaa. Akkuma golgaan saaqameen kan dafee natti mul’ateedha. Ijji koo kaan dhiistee isarratti xiyyeeffate. Keessi koo akka nahuu ta’e. Dhimmicha itti siqee hubachuuf yaale. Namni asiifi achi waldhiiba. Carraa... Read more »
Istaatistiiksiin hin jijjiiramne tokko ykn lama quban qaba. Tokko umurii seenaa Xoobbiyaati. Isa afoola waggaa kuma sadi jedhu. Ergan of beekee kaasee lakkoofsuma kanan dhagahaa jira. Oli hin siqu. Gadi hin bu’u.... Read more »
Namoota wajjin dhimmoota tokko tokko kaasnee haasawaa turre. Haasofti keenya ajandaa hinqabu. Haasawa hiriyootaati. Baacuus ofkeessaa qaba. Dubbii ijoos ni haammata. Taphas dhamas qaba. Akkuma dubbii bara kanaa walmakaadha Kanuma keessa yaadni... Read more »
Bara darbe 2013. Waqtii bonaa keessa. Dhimma hawaasummaaf gara baadiyyaa deemeen ture. Naannoon ittidhaladhee guddadhe. Waan durirraa adda ta’en ilaale. Sululli naannawa bishaan qabu qofaa miti. Kan xiqqoo jiidhina qabu marti magariisa... Read more »
Magaalaan Gondar magaalaa umurii dheeraa qabduudha. Hangafoota magaalota Absiiniyaa keessaa tokkoodha. Oromoon bar tokko keessa jiraatulle amma Oromiyaarraa fageenyatti argamti. Taate jidduu kanaa magaalaa kanatti uumame wajjin walqabsiisee barreeffamoota tokko tokko dubbisaan... Read more »
Wanti tokko altokko yoo jeeqame akka laayyootti bakkatti hindeebi’u. Yookin achumaan badee dhabama. Yookin bakkatti deebi’uuf yeroo dheeraa itti fudhata. Yoo akkam tole biyya mijataafi qabeenya akkasumas nageenya qabdu keessatti yeroo gabaabaatti... Read more »
Faasikaan boru; Guyyaa Gooftaa Yesuus du’a itti mo’ate. Hiikni sooma Ramadaanis dhufaa jira, guyyoota muraasatu hafe. Lamaanuu ayyaanota amantii guguddoo biyya keenyaati; kanneen hordoftoota hedduu qaban. Hordoftooti amantiilee lameenuu soomarra turan; har’as... Read more »
Keessummaa tokkotu mana keenya dhufe; baadiyyaadha. Namni kun molokseedha. Nama amantiiti. Amanticha keessa isaa sirriitti hinbeekan. Garuu fudhatanii jiru. Qulqullinaan itti amanu. Qeyee bataskaana Ortodoksiitii hinbahan. Nullee amantiisaanii ni kabajana. Walumaan teenyee... Read more »