Nageenya Kamiseefi naannawaashee

Addunyaarratti yeroo hundumaa waa’ee nageenyaa irra deddeebiin dubbachuun hundaa ol gatii guddaa kan qabu ta’uusaa ogeessonni damee kanaa irra deddeebiin ni ibsu. Itoophiyaatti rakkooleen nageenyaa iddoowwan addaddaatti uumamaa jiranis furamuu kan danda’an... Read more »

Hariiroo obbolummaa Oromaalee hundee tokkummaa Gaanfa Afrikaa

“Tokko ta’aa jamaa, waliin ta’uun ammaa, Kan darbe waliif dhiisaa jamaa Wal hinmiidhu haadhonii Dhaamsi Kuushota alanaa, Abbootiifi haadholiin Araara waliif kadhaa rabbirraa!”  jechuun waltajjii hariiroo obbolummaa Oromaalee  tibbana Adaamaatti adeemsifamerratti Artisti... Read more »

Guyyaa Walabummaa Pireesii Addunyaa, biyya farra pireesii turtetti

Biyya waan barbaadde dubbachuu dhiisii yaaduunis nama gaafachiisu. Yoo heeyyamamee dubbachuuf  yoo carraan argame immoo  yoom, eessaafi haala kamiin dubbachuu  akka qabdu kan murteessu  abbicha osoo hintaane mootummaa ture. Gaazexeessitoota  gocha kana... Read more »

 Hariiroo Oro-Somaalee, tokkummaa Itoophiyaaf

Walitti dhufeenyi ummatni Oromoofi Somaalee qaban har’uma kan ijaarame osoo hintaane baroota hedduuf seenaa, aadaa, afaaniifi duudhaasaanii waltaasisuun nagaafi jaalalaan waldanda’anii jiraachaa akka turan ragaaleen seenaa ni ibsu. Haa ta’u malee, waggoota... Read more »

Qaamoleen adda addaa gadda du’a Doktar Nagasootiin itti dhagahame ibsatan

Bara 1935 Oromiyaa Lixaa, Dambi Doollootti kan dhalataniifi waggoota 30 darbaniif siyaasa Itoophiyaa keessatti hirmaannaa ho’aa gochaa kan turan pirezidaantiin duraanii Mootummaa RFDI, Doktar Nagaasoo Gidaadaa Sanbata darbe umriisaanii waggaa 76 Jarmanitti... Read more »

Amboo gara galgalaa: Hariirootu itti jabeeffama

Magaalaan Amboo qabsoo Oromoo keessatti magaalaa bakka guddaa qabdudha. Godinni magaalattiin keessatti argamtu Shawaan Lixaas qabsoofi gootummaadhaan beekamti. Yommuu ADWUIn aangoo qabatu magaalaa Amboo haala salphaadhaan of harka galfachuun ulfaataa ture. Ummanni... Read more »

“Tokkummaa ummata cimsaa Oromiyaa misoomaan badhaatee ijaaruuf nihojjenna!”-BMNO

Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiiwwan rogawwan maraan hojjetaman keessatti fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf gaaffiiwwan ummataa kamuu osoo hinharcaasiin deebisuuf duraa duubaan tarreessee hojjechaa jira, bu’aawwan guguddoos galmeessisaa jira. Hojiiwwan hojjetamaa jiran kamuu keessatti deeggersi,... Read more »

Ciniinsuun guyyoota 15 Oromoo Asoosaa keessaa nagaan dahame

Guyyaa saafaa biiftuun lixxee hinbeektu. Guyyoota 15f garuu lukkuun guyyaayyuu iyyuueegaluusaatiin daa’imni dirree burraaqu yeroon sassaabame, saawwan horaaf malkaatti yaatu of duuba deebitee gaadiif taate, kan qoonqoon wajagsee manaa baate miila Bakar... Read more »

“Injifannoon siyaasaan arganne fulla’uu kan danda’u misoomaafi dinagdeedhaan yoo deggerameedha”- Obbo Lammaa Magarsaa

Ayyaanni hundeeffama ODP waggaa 29fafi imalli jijjiirama waggaa tokkoffaa mataduree, “Ilaafi ilaameen injifannoo siyaasaa tikfachaa, injifannoo dinagdeef ni hojjenna” jedhuun Sanbata darbe sadarkaa naannootti Finfinnee, Galma Barkumeetti kabajameera. Jiraattonni magaalaa Finfinneefi naannawaashee,... Read more »

“Anaafi Doktar Abiyyi du’a malee wanti addaan nu baasu hinjiru” -Obbo Lammaa Magarsaa

Miidiyaalee hawaasaaarratti dhimmoonni adda addaa pirezidaantii BMBO, Obbo Lammaa Magarsaa wajjin walqabatan akka komiitti ka’aa turaniiru. Keessumaa dhimma Itoophiyaanummaa, hariiroo ADPfi hariiroo Doktar Abiyyi wajjin qaban, Oromoo Finfinneetti galchuufi waraqaa eenyummaa kennuufi... Read more »