Kutaa 5ffaa Aadaan guddifachaafi moggaasaa yeroo sanatti Oroomsuuf tooftaa addaa haa ta’an malee har’a sadarkaa addunyaa irratti maloota mirgoonni namummaa ittiin kabajamaniidha. Kunis bu’aa Oromooti yoo jechuu dadhabnellee, Oromoon jaarraa hedduu dura... Read more »
Kutaa afraffaa Kana jechuun duulli daangaa babal’ifannaa jaarraa 16ffaa duraafi jaarraa 19ffaa boodaa akka walfakkaatu ibsa. Kunis hortee Kuushiif mootummoota Baha Afrikaa irratti dhiibbaa akka irraan geessise xiinxaluun hinulfaatu. Adeemsa kana keessatti... Read more »
Kutaa 3ffaa Haaluma walfakkaatuun xiyyeeffannaan daangaa babal’ifannaa bulchiinsa Salamoonawaa mootummaa Islaamaa barbadeessuutti aansee ummattoota giddugaleessa Itoophiyaa har’aa gabbarsiisuu ture. Enumaayyuu tarsiimoo mootummaa Islaamaa barbadeessuu keessatti dursa ummattoota giddugaleessa Itoophiyaa gabbarsiisuun deeggarsa walitti... Read more »
Kutaa 2ffaa Karaa biraatiin lammii Iskootish kan ta’e James Bruce bara 1769 Kaaba Itoophiyaa, Aksum, Gondoriifi biyya Oromoo Hara Xaanaa gara Kibbaa daawwate yaada Oromoon biyya Sudaan keessaa gara Itoophiyaa har’aatti babal’achuu... Read more »
Oromoon ummata guddaafi lafa bal’aa kaabaafi baha Afriikaa keessa jiruufi jiraachaa tureedha. Barreeffamni kunis irra caalaan seenaa ummata Oromoo jaarraa 16ffaa hanga jalqaba jaarraa 20ffaa irratti xiyyeeffata. Akka Kitaabni “Seenaa Oromoo Hanga... Read more »
Kutaa 2ffaa Akkaataa barreeffama seenaatiin ragaaleen kun hundi erga madaalamanii xiinxalliin godhamee booda seenaan ni barreeffama. Seenaan ragaaleewwan kana hordofee barreeffames hanga tokko seenaa dhugaatti hiiqudha jedhanii fudhachuun ni danda’ama. Kana... Read more »
Sabni tokko dhuunfaadhaanis ta’e gamtaadhaan jiraachuuf beekumsi dhalootaafi yeroo darbee (knowledge of the past) yoo jiraatedha. Namni beekumsa seenaa hinqabneefi faayidaa seenaa hinbeekne quuqaan eenyummaa (sense of identity) itti hindhaga’amu. Murtii sirrii... Read more »
Haala kanaan Adooleessa bara 1875 keessa humni Kadiifi Ismaail Kaaba Somaaliyaarraa ka’ee gufuu tokko malee buufata Doonii Barbaraafi Zeeyidaa qabate. Kana booda Fulbaana 18, 1875 achii ka’uun gara magaalaa Harariitti qajeelan. Onkololeessa... Read more »
Kutaa 10ffaa Walloon ilmaan torba qaba. Islaama. Ennaa Oromoo warri moggasaa hintaane ajjeessan warri walloo garuu saamanii gadilakkisu. Afaan Oromoo barateera. Ennaan Kakuu Haaraa gara Afaan Oromootti qubee latiiniin jijjiretti Habashoonni najjiban.... Read more »
Kutaa 9ffaa Waa’ee bosonaa, ijaarsa manaafi itti fayyadama afaan Oromoo Oromoota bareechee dinqisifate. Obboleessi Abbaadii ‘Arnawld’ Goojjam keessa kan jiraateefi ennaa Dajjaazimaach Gooshuun Oromootti duule kan duukaasaa duule isa ture. Innis karaa... Read more »