Laangaanootti hoteelli tokkoofi manneen 80 ol abbaan hinbeekamne

Nageellee Arsii: Waggoota lamaafi sadiin dura gamoo manneen jireenyaa waliiniitu bade oduun jedhu dhagahamuusaatti namni ajaa’ibsiifatee ittiin qoosaa ture. Bara darbemmoo oduun faallaa sanaa gamuma  Finfinneerraa dhagahame ammo manneen baduun hafee gara... Read more »

Manni marichaa muudama komishinarootaa raggaasise

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 39fa bara hojii 4fa kaleessa gaggeesseen muudama komishinaroota Komishinii Dhimmoota Bulchiinsa Daangaafi Eenyummaafi Komiishinii Araara Nageenyaa raggaasiseera. Doktar Xaasawu Gabreefi Ustaaz Abubakar Ahmad Komishinariifi... Read more »

Sagantaan duula qulqullinaafi affeerraa irbaataa Shaggar iftaan adeemsifama

Finfinnee: Sagantaan duula qulqullina Itoophiyaa ji’a darbe eegalameefi affeerraan irbaataa Shaggar iftaan kan adeemsifamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Sagantaan duula qullinaa ganama sa’aatii 1:30 irraa eegalee kan adeemsifamu yoo ta’u, daawwannaan... Read more »

Ijaarsa seeraan alaa baadiyyaafi magaalaa dhaabuuf hojjetamaa jiraachuun himame

Finfinnee: Ijaarsawwan seeraan alaafi weerara lafa baadiyyaafi magaalotatti babal’achaa jiran dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsaafi Ittifayyadama Lafa Baadiyyaa beeksise. Biirichatti, Daariktera Ittisa Walitti Bu’iinsa, Qubsuma Seeraan Alaa, Hordoffiifi To’annoo Qabiyyee Lafaa Obbo... Read more »

“ Warshicha haroo gogse ummata naannichaaf beenyaa ni kanfalchiifna” – Obbo Abdii Jiilchaa

Nageellee Arsii:  “Waggoota 25 oliif qarqara Hara Abijaataafi paarkii Shaalaa Abijaataa keessatti hojjachaa ofiifi maatii kiyyas gargaaraa ture.  Waardiyyaa paarkichaa irraa kaasee hanga Iskaawutiittis sadarkaa garagaraatiin hojjachaa ijoollee horadhee barsiifachaan ture.” “Ijoolleen... Read more »

“Kana booda hoggansi bu’aa dinagdee ummata Oromoof fideen madaalama”Obbo -Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Leenjiin gaggeessitoota aanaaleefi magaalota Oromiyaarraa baba’aniif magaalaa Adaamaatti kennamaa ture dheengadda kan xumurame yoo ta’u, Pirezdaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa kallattii kennaniiru. Kallattii Obbo Shimallis kennan ilaalchisuun Hogganaan... Read more »

Araarri furmaata filannoo hinqabneedha

Kamisee: Dhuma Bitootessaa keessa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromoo Kamiseefi naannawaashee kanneen akka Axaayee, Dawwaafi Maajateetti  shira siyaasaan walitti bu’iinsa uumameen gaaga’amni guddaan qaqqabeera. Rakkoo uumame furuuf Bulchiinsi mootummaa Naannoo Amaaraa qaamolee... Read more »

“Maallaqni nyaata barattootaaf guyyaatti kennamu gadaanaa ta’uun rakkoo nutti uumaa jira” – Barattoota Yunvarsiitii

Barataan tokko carraa barumsa dhaabbilee barnoota olaanoo ykn yunvarsiitii mootummaa seenuu yommuu argatu gammachuu guddatu itti dhaga’ama. Sababni guddaan gammachuu kanaa immoo baasii tokkoon ala gosa barnoota filate barachuu danda’uusaatiini. Barataan carraa... Read more »

Waldaan baay’ina abbootii sheeriitiin riikardii qabate gurgurtaa sheerii eegale

Finfinne: Yeroo ammaa addunyaarratti  waggaa waggaadhaan sukkaarri toonii miiliyoona 50 ta’u nyaataaf oolaa kan jiru ta’uu ragaaleen ni agarsiisu. Biraazil, Hindiifi Taayilaandi biyyoota addunyaa omishaafi al-ergii sukkaaraatiin walduraa dubaan sadarkaa 1ffaa hanga... Read more »

Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa akka haaraatti hundaa’uufi

Finfinnee: Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa akka haaraatti hundeessuuf wixinee labsii  qophaa’erratti  Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa kaleessa walga’ii idilee 39fa gaggeesseen mari’ateera. Barbaachisummaa wixinee labsichaa erga sakatta’een boodas yaada murtee 56/2011n Koree Dhaabbii... Read more »