Agarsiisa fayyaa iftaan eegalamuun namoonni kuma 30 tajaajila wal’aansa tolaa ni argatu

Finfinnee: Sadarkaa Afrikaatti isa jalqabaa kan ta’e agarsiisni fayyaa biyyoolessaa Finfinnee, galma Barkumeetti Wiixata, Sadaasa 22 hanga 24 bara 2012tti mataduree, “Fayyaa koo nan eeggadha” jedhuun kan gaggeeffamu ta’uu Waldaan Hojjechiistoota Dhaabbilee... Read more »

Mootummaan Hindii qaama namtolchee 500 ol arjoome

Finfinnee: Mootummaan Hindi qaama nam tolchee 500 ol miidhamtoota qaamaa Itoophiyaaf kan arjoome yoo ta’u miidhamootni qaamaa oliif gadi sosocho’anii hojii idileesaanii haalaan akka hojjetan kan isaan taasisu ta’uun himameera. Sirna walharkaa... Read more »

“Paartiin Badhaadhinaa sirni federaalizimii dhugaa akka hojiirra oolu kan taasisuudha” -Obbo Kabbadaa Deessisaa

Finfinnee: Paartiin Badhaadhinaafi yaadrimee Ida’amuu hanqinootaafi dogoggoroota turan waliin furuudhaan biyyattii gara badhaadhinaafi dimokiraasiitti kan geessu ta’uu Hoogganaa Ittaanaa Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa Obbo Kabbadaa Deessisaa ibsan. Obbo Kabbadaan gaafdeebii dheengadda Gaazexaa... Read more »

“Qulqullinni dammaa kan waldarbu yeroo muramuufi isaan booda” -Doktar Zawuduu Araarsoo

Finfinnee: Qulqullinni dammaa gaagura kamiyyuu keessatti walqixa. Qulqullinni dammaa kan waldarbu yeroo muramufi  erga muramee booda meeshaa itti kuufamu keessatti. Daldalaanis faayidaa hinmalle argachuuf jecha dammatti wantoota adda addaa makuun qulqullinni  dammaa... Read more »

Sababa waldhabdeetiin walharkaa fuudhiinsi Hospitaala Muka Xuurii hinraawwatamne

Muka Xuurii: Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Waacaalee, Magaalaa Muka Xuuriitti ummata kuma 275fi 232 akka tajaajiluuf kan ijaarame Hospitaalli Muka Xuurii waldhabdee kontiraaktaraafi qaama hojjechiise jidduutti uumameen walharkaa fuudhiinsi waan... Read more »

“Sirnoota moofaa qorqalbii sabootaa jaamsaa turan leellisuun madaa ummataa tuttuquudha” -Jaal Qajeelaa Mardaasaa

Finfinnee: Sirnoota moofaafi doofaa durii faarsaa Itoophiyaa haaraa ijaaruun kan hindanda’amne  ta’uu Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) ibse. Ittigaafatamaan sabqunnamtii ABO, Jaal Qajeelaa Mardaasaa Kibxata darbe ibsa Gaazexaa Bariisaaf addatti kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Nageenya waaraa buusuuf jalqabbii koree abbootii qabeenyaa ‘Oromaaraa’

Finfinnee Naannolee Oromiyaafi Amaaraa keessatti walitti bu’insa eenyummaarratti xiyyeeffatee mudachaa ture haala waaraa  ta’een furuuf kallattii mootummaan kaa’e fudhatee koreen abbootii qabeenyaa Oromaaraa ji’uma kana keessa hundaa’eera. Jalqabbiin jirus dargaggoota Oromoofi Amaaraa... Read more »

Murteen ummata Sidaamaa har’a ibsama

Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa murtee ummata Sidaamaa har’a kan ibsu ta’uu beeksise. Adeemsi sagalee kennuu murtee ummata Sidaamaa Sadaasa 10 bara 2012 kan gaggeeffame yoo ta’u, sagaleen kenname lakkaa’amee xumuramee bu’aan murtee... Read more »

Dargaggoonni jaalala biyyaa akka dursan gaafatame

Finfinnee: Dargaggoonni hunda caalaa jaalala biyyaa dursuu akka qaban abbootiin amantii, Abbootiin Gadaa, jaarsoliin biyyaafi namoonni beekamoon gaafatan. Qaamoleen kunniin waltajjii hariiroo ummatoota Oromoofi Amaaraa cimsuu dheengadda Finfinneetti geggeeffameen haala yeroo biyyattiirratti... Read more »

Omishaaleen midhaanii yeroon akka sassaabamuuf tumsi gaafatame

Finfinnee: Ministeerri Qonnaa mootummaa RFDI omishaaleen midhaanii gahan rooba yeroosaa hineegganne jalaa yeroodhaan akka sassaabamaniif tumsi kutaalee hawaasa maraa barbaachisaadha. Qonnaan bultootnis hatattamaan omishasaanii sassaabbachuu akka qaban hubachiise. Daariktarri Jeneraalaa eegumsa fayyaafi... Read more »