ODUU
Ciroo: Magaalaan Ciroo magaalota umrii dheeraa qaban keessaa ishee tokko taatus, guddina umriishee madaalu keessa akka hin turreefi wagoottan jijjiiramaa kana keessatti garuu sochii abdachiisaa keessa jiraachuu Kantiibaan Magaalattii Obbo Mahaammad Umar... Read more »
Dirre Dhawaa: Yuuniyeniin Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Afran Qalloo raabsa boba’aa qarshii miliyoona 48n Magaalaa Dirre Dawaatti ijaarsise tibbana kan eebbisiise yoo ta’u, giddugala gabaa sadarkaasaa eege abbaa darbii shanii (G+5)... Read more »
Finfinnee: Ayyaanni addababayii (Cuuphaa) aadaa hawaasaa kaleessaafi har’aa walittifidee ittifufsiisuu keessatti shoora olaanaa qaba jechuun Giddugalli Qorannoofi Qu’annoo Aadaa Oromoo beeksise. Giddugalichatti durstuun garee qorannoo aadaa Aadde Faantuu Abbaabbuu ibsa Kamisa darbe... Read more »
– Qonna jallisiin qamadii kuntaala miliyoona 163 omishuuf karoorfameera Finfinnee: Sabsii midhaanii bara 2016/17 hanga ammaatti gaggeeffameen midhaan callaa kuntaala miliyoona 269 ol sassaabamuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Sabsiin omishaa baranaa kan... Read more »
Finfinnee: Fooyyessi dinagdee gooroo bayyanachuu dinagdee Itoophiyaaf bu’uura ta’aa jiraachuufi Itoophiyaatti qabeenyi baankota olkaa’amee qarshii tiriiliyoona 3.5irra ga’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa Mana... Read more »
Finfinnee: Festivaala Gugsii Fardaa ayyaana Cuuphaa sabeeffachuun Shawaa Kaabaatti Amajjii 30 bara 2017 adeemsifamurratti yaabbattootni fardaa 1000 ol akka hirmaatan Waajjirri Aadaafi Turizimii Godinichaa beeksise. Ittigaafatamtuun waajjirichaa Aadde Meeroon Makonnin ibsa Wiixata... Read more »
Finfinnee: Magaalaa Naqamteetti lafti manneen amantaa kana dura bakka awwaalchaa qofaaf yaadamaa ture gara omisha kennuutti ce’uu Kantiibaan Magaalaa Naqamtee Obbo Misgaanuu Tulluu ibsan. Obbo Misgaanuun torbee darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti,... Read more »
Finfinnee: Daawwannaa pirezidaantiin Somaaliyaa Itoophiyaatti torbee kana taasise injfannoo dippilomaasii Itoophiyaa akka agarsiisu hayyuun saayinsii siyaasaa Yunivarsitii Haramaayaa Doktar Immiruu Gammachuu ibsan. Doktar Immiruun daawwannicha ilaalchisuudhaan ibsa addatti Gaazexaa Bariisaaf Roobii darbe... Read more »
Adaamaa: Jechi naannawa jedhu jecha Ingiliffaan ‘Environment’ jedhu kan bakka bu’u yoo ta’u, jechichi jecha Faransaayiffaa invaayironar (‘environner’) jedhamurraa fudhatame. Kunis waantota naannawa keenyatti argaman kan of keessatti hammate jechuudha. Egaa, eegumsiifi... Read more »
Finfinnee: Akkuma Kiristoos nuuf jedhee gadi of buusee Yohaannis harkatti cuuphamuun harqoota gabrummaa seexanni nutti fe’e nurraa cabse fakkeenyummaasaa hordofuun nagaa, araaraafi dhiifamaan Cuuphaa kabajuun dirqama amantootaa ta’uu Phaaphaasiin Kutaa Lallabaa Godina... Read more »