Waliigaltee Inteebee raawwachiisuuf cimina dippilomaasii gaafata

Finfinnee: Waliigalteen biyyootni yaa’a bishaanii laga Abbayyaa torbanuu ALA bara 2011 magaalaa giddugaleessaa Ugaandaa, Inteebeetti taasisan saffisaan raawwachiifamuu akka qabu gaafatame. Kanaafis hojiin dippilomaasii ciminaafi bulchina qabu ittifufiinsaan hojjetamu akka qabu ibsameera.... Read more »

Daldaltootni vaayirasii koronaa akka carraatti fudhachuu hinqaban

Finfinnee: Tatamsa’ina vaayirasii koronaatiin walqabatee hawaasni daldalaa muraasni magaalota biyyattii addaddaa keessatti qaala’insi gabaa akka uumamu gochuutiin jireenya lammiilee jeeqaa akka jiran beekameera. Mootummaanis gochicha to’achuuf tarkaanfii madaalawaa fudhachaa jiraachuusaa ibseera. Ogeessi... Read more »

“Addunyaan laga Abbayyaarratti dhugaa Misir malee kan Itoophiyaa hinhubanne”

Barreessaafi Xiinxalaa Miidiyaa Mohaammad Al Arusi Finfinnee: Waggoota hedduuf tarkaanfiin Misir laga Abbayyaarratti agarsiisaa jirtu hojii hubannoo uumuu bal’inaan dhimmicharratti addunyaadhaaf hojjatterraa kan maddu ta’uu kan himan dhiheenya kana dhimma hidha haaroomsa... Read more »

“Akka miseensa poolisiitti paartii siyaasaa kamiifuu hinloognu” -Miseensota poolisii Oromiyaa

Bulbulaa: Waggoota hedduuf haalli ijaarsaafi diriirfama qaamoleen nageenyaa irratti qaawwi guddaan mul’achaa tureera. Miseensotni poolisiifi miseensotni raayyaa ittisa biyyaa seera duratti mirga walqixaa kan qaban lammiilee biyyattii garagarummaa ilaalcha siyaasaa isaan qabaniin... Read more »

Ijaarsi daandii Yunivarsitii Jimmaa Kaampaasii Aggaaroo guddina magaalattiif abdiidha

Aggaaroo: Aanaan Gommaa aanaalee Godina Jimmaa 14n keessaa tokko yoo ta’u, Aggaaroon ammoo magaalaa guddoo aanichaati. Aanichi omisha bunaatiin kan beekamu ta’us misoomaan duubatti harkifataadha. Pirojektiin ijaarsa daandii Jimmaa- Aggaaroo, Dhidheessaafi Yunivarsitii... Read more »

Hanqinni qulqullina omisha bunaa rakkoo yaaddessaa ta’aa jira

Jimmaa: Omishaalee Itoophiyaan gabaa addunyaaf dhiyeessitu keessaa omishni bunaa sadarkaa duraa irratti eerama. Gabaa addunyaarratti dorgomaa ta’uuf ammoo qulqullina omisha kanaa mirkaneessuun dirqamadha. Qulqullinni omisha bunaa kan waldarbu irra caalaa yeroo sassabamu,... Read more »

Haalli nageenyaa Buunnoo Baddallee fooyya’aa jira

Baddallee: Godinni Buunoo Beddellee waggaa tokkoo as komaandipoostiidhaan bulaa kan jirtu yoo ta’u, yeroo ammaa haalli nageenya godinichaa sadarkaa gaariirra jiraachuu waajjirri bulchiinsa godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Tolasaa Biilloo dheengadda Gaazexaa... Read more »

Valentinoota Itoophiyaa

Finfinnee: Ilaalchi dur, “Dubartiin golaa olitti” jedhu guutummaatti ta’uu baateyyuu wayita ammaa hawaasa keessaa hir’achaa dhufuunsaa beekamaadha. Dubartootni hedduun gola maatiisaanii keessaa bahanii dameewwan addaddaa keessatti hirmaachuutiin fayyadamummaasaanii mirkaneeffachaa jiran lakkoofsaan xiqqaa... Read more »

“Indastiriiwwan babal’achaa jiran rakkoo faalama qilleensaan dhufu giddugaleeffachaa hinjiran” – Doktar Ayyalaa Eeganaa

Bishooftuu: Indastiriiwwan babal’achuun hudhaalee hawaas dinagdee lammiilee furuu keessatti bakka ol’aanaa qabaatanis rakkoo faalama qilleensaan dhufu giddugaleeffatanii deemuu dhabuunsaanii dogoggora sirraa’uu maludha. Indastiriiwwan Itoophiyaa keessatti babal’achaa jiran faayidaa abbootii qabeenyaa guutuun alatti... Read more »

Waamicha Araaraa Immimmaan haadholii Wallaggaa qoorsuuf dhihaate

Finfinnee: Oromiyaa takka keessatti haalli lama uumame.  Daa’imni isa tokkoo nagaan yemmuu baruumsasaa hordofutti kan isa kaanii immoo barachuu dhiisii nagaan bahee galuuf rakkate. Qonnaan bulaan iddoo tokkoo yemmuu qotee callaasaa galfatutti... Read more »