Raawwiin hojii paartiifi mootummaa naannoo Oromiyaa qoratamaa jira

Adaamaa: Qorannaan raawwii hojii kurmaana 1ffaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaafi Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa kaleessarraa jalqabee magaalaa Adaamaatti adeemsifamaa jira. Pirezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa haasaa baniinsaa waltajjicharratti taasisaniin... Read more »

“Barataa hundi qormaata nidarba jedhamuu baatus kufaatiin mudate tilmaamaan oli” – Doktar Nagarii Leencoo

Finfinnee: Barataan qormaata qoramu hundi qormaata ni darba jedhamuu baatus kufaatiin waggoota lamaa as galmaa’aa jiru ibsuufuu akka nama rakkisuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Walittiqabanaan Koree Dhaabbaabbii Misooma Humna Namaa, Bobbii... Read more »

Raayyaa Ittisa Biyyaa aantummaansaa biyyaaf qofa ta’e uumuun danda’ameera

Finfinnee: Ministirri Muummeefi Ajajaan Waliigalaa Humnoota Waraanaa RFDIAbiyyi Ahmad (PhD) jijjiiramaa as Raayyaa Ittisa Biyyaa aantummaansaa biyyaaf qofa ta’e uumuun danda’ameera jedhan. Doktar Abiyyi haasaa sirna kabajaa Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa 116ffaadheengadda... Read more »

Barattoota Tigraay rakkoo walxaxaa keessa jiraniif deeggarsi addaa gaafatame

Finfinnee: Akkuma waraanni filatamu, nageenyi tuffatamu hinjiru jedhamu waraanni Itoophiyaa kaabaatti adeemsifame Tigraayitti gaaga’ama rogaa maraa dhaqqabsiiseera. Waraanichaan barattootni naannichaa miliyoona 2.4 ta’anis waggoota sadii oliif barumsa addaan kutanii turuu ragaan naannicharraa... Read more »

 Qonnaan bultootni kuma 56 kaartaa lafasaanii qabsiisuun qarshii biliyoona sadii liqeeffatan

Finfinnee: Kanaan dura kaartaa lafaa yookiin mana jireenyaa qabsiisuun fayyadamummaa dinagdee mirkaneeffachaa kan ture ummata magaalaa jiraatu qofa. Haa ta’uutii, xiyyeeffannoo mootummaan yeroo dhiyoo as abbaa qabeeyyumma lafa baadiyyaaf kenneen qonnaan bultootni... Read more »

 Weerara dhibee busaa to’achuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira

Finfinnee: Oromiyaatti weerara dhibee busaa to’achuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Doktar Mangistuu Baqqalaa ibsa kaleessa raawwii ji’oota sadan darbanii ilaalchisee miidiyaaleef kennaniin akka jedhanitti, yeroo ammaa dhibee... Read more »

Wareegamni alaabaaf kaffalame hubatamuu qaba

Finfinnee: Dhalooti har’aa nageenya kabachiisuuf wareegama alaabaaf kaffalame hubachuun jaalalaafi kabaja alaabaa horachuu akka qabu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenya Oromiyaa ibse. Daarektarri kominikeeshinii biirichaa Obbo Buzaayyoo Taklee akka dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf ibsanitti,... Read more »

Komii faca’iinsa industiriitiin walqabatu furuuf qorannoon taasifamaa jira

Finfinnee: Faca’iinsi industirii naannoo naannootti, magaalaa magaalaatti jiru qaawwa bal’aa waan qabuuf fayyadamummaa haqaqabeessa mirkaneessuu dhabuun madda komii ta’aa tureera. Godaansi Finfinneefi naannawaansheetti hojii barbaachaaf taasifamaa jirus daran olaanaadha; industiriin naannawuma tokkotti... Read more »

 Seerri ittifayyadamaa bishaanii qophaa’aa jira

Finfinnee : Qisaasa’uu qabeenya bishaanii ittisuuf seerri ittifayyadama bishaanii qophaa’aa jiraachuu Ministeerrii Bishaaniif Inarjii ibse. Ministirri ministeera Bishaaniifi Inarjii Doktar Injiinar Habtaamuu Ittafaa ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Leephiis ganda turistii ajaa’ibaa ta’uun Jaarmiyaa Turiizimii Addunyaatiin galmaa’e

Finfinnee: Sulula giddugaleessa Itoophiyaatti kan argamu gandi Leephiis ganda Turiizimii Addunyaa ta’uun Jaarmiyaa Turiizimii Addunyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiin beekamtii argate. Iddoo qalbii namaa hawwatu, fincaa’aafi bineensota bosonaa kan qabu Gandi Leephiis bu’aalee... Read more »