Oduu Bariisaa
Finfinnee: Intarpiraayiziin Sanyii filatamaa Oromiyaa bara kana sanyii filatamaa midhaan akaakuuwwan garagaraa kuntaala kuma 650 omishuu beeksise. Gaggeessaa Hojii Olaanaa Ittaanaan Intarpiraayizichaa Obbo Caalaa Abbabaa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti,... Read more »
Finfinnee: Rakkooleen turan rifoormiin furamanii dhaabbileen misoomaa mootummaa utubaa biyyaafi wabii ummataa ta’anii tajaajilaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Dhaabbilee Misooma Mootummaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Gaggeessituu Olaantuun Hojii Abbaa Taayitichaa Aadde Habiibaa Siraaji Kamisa... Read more »
Finfinnee: O-Piroduus Invastimanti Giruup karaa Waldaa Aksiyoona Tekstaayilii Bullukkoo isa jala jiruu huccuu omishuun gabaa alaatti erguuf hojjetaa jiraachuu beeksise. Gaggeessituu Hojii Olaantuun giruppichaa Injinar Maartaa Balaay Roobii darbe wayita Itiyoo Injiinariingi... Read more »
Finfinnee: Rakkoolee siyaasaa, hawaasummaafi dinagdee marii taasifamerratti hirmaattonni kaasaniif deebii Ministirri Muummee Doktar Abiyyi kennan kan abdii isaanitti hore ta’uu dhalattoonni Tigraay ibsan. Dhalattoonni kunneen Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti,... Read more »
Finfinnee: Hirmaannaan ummatni hidhichaaf taasisu cimee ittufufuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummatataa Pirojektii Hidha Laga Abbayyaa beeksise. Daarekterrri olaanaan waajjirichaa Doktar Aragaawwii Barihee Roobii Darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, tumsa mootummaafi hirmaannaan... Read more »
Walqixxee: Naannoon Itoophiyaa Giddugaleesssaa Adoolessa 13 bara 2015 hundaa’e. Naannichi godinaalee torbaafi aanaalee addaa sadiifi ummata miliyoona 7.5 qaba. Naannichi hundaa’ee ji’oota ja’a keessatti jijjiirama gaarii agarsiisaa jiraachuu himu Pirezdaantiin naannichaa Obbo... Read more »
Finfinnee: Mariin biyyaalessaa yaadame riqicha biyyaa, dhalootaafi seenaa gara boqonnaa haaraatti ceessisu ta’uu Ministirri Ittiwaamama Mootummaa Obbo Tasfaayee Beeljigee ibsan. Obbo Tasfaayeen kana kan ibsan waltajjii marii haala hojmaata filmaata ajandaa marii... Read more »
Tarcaa: Tarcaan magaalaa guddoo godina Daawurooti. Daawuroon ammoo godinaalee Bulchiinsa Naannoo Ummattoota Itoophiyaa Kibba Lixaa ja’an keessa isa tokko. Magaalattiin erga hundooftee waggaa 25 ta’uufi yeroo ammaa misoomaafi guddina si’ataa galmeessisaa jiraachuu... Read more »
Finfinnee: Godina Gujiitti duudhaan sirna Gadaa kunuunsa bosonaatiif humna ta’aa jiraachuu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannawaa Godinichaa beeksise. Gurgurtaa kaarbooniif lafti hektaarri kuma tokko daangeffamaa jiras jedhame. Ittigaafatamtuun Abbaa Taayitichaa Aadde Diiree Bobbaasaa... Read more »
Finfinnee: Haroo dandii hubaatiirraa baraaruuf hojiin misooma sululaa bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godina Shawaa Lixaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Tarrafaa Araarsaa Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, Haroon Dandii haroo... Read more »