Oduu Bariisaa

Finfinnee: Shaggaritti hawaasa fayyaqabeessaafi hojii kamuu keessatti hirmaachuu danda’u horachuuf hojiirra oolmaa sirna nyaataatiif xiyyeeffannoo kennee hojjachaa jiraachuu Waajjirri Fayyaa Magaalichaa beeksise. Qaamuma hojii kanaa kan ta’eefi dhimma sirna nyaataafi nutiriishiinii... Read more »

Finfinnee: Sirni leenjii teknikiifi ogummaa qulqullina qabu ce’umsa dinagdee biyyaalessaaf murteessaa ta’uu Inistitiyuutiin Qorannoo Imaammataa beeksise. Sirna tekinkiifi ogummaa ce’umsa diinagdee Itoophiyaa dhogoomsuu ijaaruuf qorannoon inistitiyutichaan dhiyaate irratti mariin qooda fudhattootaa Kibxata... Read more »

Adaamaa: Dargaggoo waggaa 18fi barataa kutaa 9ffaa kan ta’e Hambisaa Bashii Mahaammad Jiraataa Godina Harargee Lixaa, Magaalaa Galamsooti. Umriisaa xiqqaa kanatti konkolaataa teeslaa saayibar jedhamtu kalaqe qabatee agarsiisa tibbana Magaalaa Adaamaatti qophaa’erratti... Read more »

Finfinnee: Agarsiisni Daldalaafi Konfiransiin Gabaa Waliinii Dubartoota Hojii Uumtoota Afrikaa Bahaafi Lixaa 6ffaa (COMESA Federation of Women in Business ‘COMFWB’) biyyoota Afrikaa 21 hirmaachise Ebla 29 hanga Caamsaa 1 bara 2017tti Finfinneetti... Read more »

Finfinnee: Sirbi Artisti Alii Birraa bara 1965 maaltu addaan nubaase… jechuun sirbe sabdaneessummaa fala ta’uu ibsuuf akka ta’e gorsaan pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Doktarri Kabajaa Mahaamad Ahmad Qophee beeksisan. Waltajjiin marii Gumii... Read more »

Finfinnee: Roobii darbe waaree booda gareen gaazexeessitootaafi kominikeeshinii dhaabbilee miidiyaa mootummaafi dhuunfaa keessaa babahe bakka sadarkaa kenna tajaajilaa biyya keenyaa ol kaasu, Giddugala Tajaajila Iddoo Tokkoo, Masoob kan Finfinnee, naannawa Impeeriyaal jedhamee... Read more »

Asallaa: Yunvarsitiin Arsii qorannoowwan rakkoo hawaasaa furanirratti xiyyeeffatee hojjetaa jiraachuun ibsame. Yunvarsiitichi kabaja hundeffamasaa waggaa 10ffaafi Konfiraansii Qorannoo biyyaalessaasaa 8ffaa mata duree “Qorannoo bu’a qabeessa rakkoo hawaasaa qabatamaan furu misooma waaraaf” jedhuun... Read more »

Finfinnee: Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaatti ijaarsi pirojektii daandii asfaaltii Gincii-Kaachisii- Culuxee Aanaalee Abuunaa Gindabaratiifi Gindabarat walqunnamsiisu addaan cituufi daandichi suphamuu dhabuun rakkoolee hawaas dinagdee guddaa qaqqabsiisaa jiraachuu dubbatu jiraattonniifi bulchitoonni aanaaleefi godinichaa.... Read more »

Finfinnee: Kaleessa Warshaa Sukkaaraa Wanjii kan daaw’atan Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad erga ittaanu dabarsaniiru. “Riifoormiin akkamitti akka hojjetamu bu’aa agarsiisa idilee Warshaa Sukkaara Wanjiitti gaggeeffamurratti ilaalle. Warshaan Sukkaara Wanjii bu’uura gaariirratti... Read more »

Finfinnee: Misoomni koriidarii bardheengaddaa yoona kana Finfinneetti eegalame magaalota kaanittis babal’atee hojiin jalqabameera. Magaalota misoomni koriidarii kun itti eegalame keessaa tokko Waliso. Bariisaanis haala hojichi itti adeemsifamaa jirurratti dhiyeenyuma kana Kantiibaa Magaalattii... Read more »