Oduu Bariisaa

Asallaa: Yunvarsitiin Arsii qorannoowwan rakkoo hawaasaa furanirratti xiyyeeffatee hojjetaa jiraachuun ibsame. Yunvarsiitichi kabaja hundeffamasaa waggaa 10ffaafi Konfiraansii Qorannoo biyyaalessaasaa 8ffaa mata duree “Qorannoo bu’a qabeessa rakkoo hawaasaa qabatamaan furu misooma waaraaf” jedhuun... Read more »

Finfinnee: Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaatti ijaarsi pirojektii daandii asfaaltii Gincii-Kaachisii- Culuxee Aanaalee Abuunaa Gindabaratiifi Gindabarat walqunnamsiisu addaan cituufi daandichi suphamuu dhabuun rakkoolee hawaas dinagdee guddaa qaqqabsiisaa jiraachuu dubbatu jiraattonniifi bulchitoonni aanaaleefi godinichaa.... Read more »

Finfinnee: Kaleessa Warshaa Sukkaaraa Wanjii kan daaw’atan Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad erga ittaanu dabarsaniiru. “Riifoormiin akkamitti akka hojjetamu bu’aa agarsiisa idilee Warshaa Sukkaara Wanjiitti gaggeeffamurratti ilaalle. Warshaan Sukkaara Wanjii bu’uura gaariirratti... Read more »

Finfinnee: Misoomni koriidarii bardheengaddaa yoona kana Finfinneetti eegalame magaalota kaanittis babal’atee hojiin jalqabameera. Magaalota misoomni koriidarii kun itti eegalame keessaa tokko Waliso. Bariisaanis haala hojichi itti adeemsifamaa jirurratti dhiyeenyuma kana Kantiibaa Magaalattii... Read more »

Finfinnee: Hojii hubannoo gabbisuufi teknolojiitti fayyadamuun walqabatee Magaalaa Shaggaritti balaan tiraafikaa hiri’achaa dhufuu Waajjirri Geejibaa Magaalattii ibse. Waajjirichatti Daarektarri Nageenya Tiraafikii Daandii Obbo Gaashaawu Indaalaa torbee darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti,... Read more »

Finfinnee: Hanqinni humna nama baratee seektara loojistiksiitiif qormaata ta’uu Ministeerri Geejibaafi Loojistiksii ibse. Ministir De’eetaan ministirichaa Obbo Dheengee Boruu waltajjii waljijjiirraa muuxannoo Roobii darbe Finfinneetti adeemsifamerratti haasaa taasisaniin akka jedhanitti; sektarichatti humni... Read more »

Finfinnee: Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Ashaaraa Magariisaa bara 2017tti biqiltuuwwan dhaabbatan miliyoona 75 qopheessuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beksise. Biqiltuwwan dhaabbatan lafa waloo (communal lands) ‘GPS’n adda ba’etti dhaabbiin akka gaggeeffamu... Read more »

Adaamaa: Rakkoo mana jireenyaa barsiisotaa qulqullina barnootaaf sababa ta’e furuuf hojjetaa jiraachuu Waajirri Barnootaa Godina Shawaa Bahaa beeksise. Ittigaafatamaa waajjirichaa Barnootaa Godinichaa Obbo Girmaa Lammaa ibsa Gaazexaa Bariisaaf wiixata kennaniin, rakkoo mana... Read more »

Finfinnee: Nageenyaa bakka hojii hojjetootaa mirkaneessuuf hojiirra oolmaan seeraafi danbiiwwan ba’anii ilaalamuu akka qabu Konfedereeshiniin Waldaa Hojjetootaa beeksise. Guyyaan Hojjetoota Addunyaa (Meey Deey) dheengadda, Ebla 23 mataduree “Mootummaan gaaffii konfedereshichi gaafateef deebii... Read more »

Finfinnee: Qonnaan bultoonni omisha ittidadhabanii omishanirraa bu’aa dadhabbiisaanii haala gaariin argachuu qabu. Kanaan dura qonnaan bulaan bu’aa dafqasaa otoo otoo hinargataniin omishasaa gatii bushaa’aadhaan gabaaf dhiyeessaa turan. Gaazexaan Bariisaas dhimma kanarratti dheengadda... Read more »