Ijaarsi daandii Jimmaa-Aggaaroo-Laga Dhedheessaa maalirra jira?

Finfinnee: Waa’een ijaarsa daandii Finfinnee-Gibee-Laga Dhedheessaa karooraan qabamuun erga dubbatamee bubbuleera. ALA Onkoloolessa 2018 kan mallatteeffame yoo ta’u; hojiinsaa kan eegalame ALA Amajjii 1 bara 2019 ture. Yeroo sanatti daandichaaf qarshiin 1,306,509,305.58... Read more »

 “Bu’aalee wareegama qaaliin arganne garaagarummaa amantaan xiqqeessuu hinqabnu” – Ustaaz Kaamiil Shamsuu

Finfinnee: Oromoo hundi garaagarummaa amantaa malee eenyummaasaaf wareegama qaalii kaffalee jijjiirama fiduun bu’aa har’a argate xiqqeessuu akka hinqabne miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ustaaz Kaamiil Shamsuu ibsan. Ustaaz Kaamiil maalummaafi haala... Read more »

“Mufattoonni tokko tokko fedhiinsaanii Araat Kiiloo malee nuwaliin hojjechuuf hinturre” – Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Ijaarsa Itoophiyaa haaraaf koottaa nuwaliin hojjedhaa jennee biyya hambaarraa kan qaamolee adda addaa waamne caalmaa yaadaatiin siyaasa gabaan barbaadu qabatanii akka dorgomaniif malee alkallattiin Araat Kiiloo akka galaniif miti jedhan Ministirri... Read more »

 “Ulaa galaanaa argachuuf filannoowwan jiran hunda hojiirra oolchuun dirqama” – Hayyoota Siyaasaa

Finfinnee: Haala qabatamaa jiruun Itoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf filannoowwan jiran hunda hojiirra oolchuun dirqama ta’uu Hayyootni Siyaasaa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf yaada kennan ibsan. Itoophiyaan yeroo tokko ulaa galaanaa qabduun olaantummaan sochii... Read more »

Ayyaanonni amantiifi ummataa fakkeenya wajjummaa keenyaati

           Ayyaanni Arafaa 1446ffaan kabajame Finfinnee: Ayyaanonni Amantiifi ummataa agarsiistuu heddumminaafi fakkeenya wajjummaa jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Ayyaanni Iid Al-Adahaa (Arafaa) bara 1446ffaan kaleessa sirna ho’aadhaan kabajame.... Read more »

Balaa tasaa mudatu hambisuuf hojii dursanii ittisuu irratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jira

Finfinnee: Balaa tasaa mudatu hambisuuf hojii ittisa balaa duraa irratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jiraachuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise. Kibxata darbe daawwannaan hojii ittisa balaa duraa kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii, Nifaasi Silkii, Addis Katamaa,... Read more »

Waliigalteen carraawwan adda addaa gara qabeenya turizimiitti jijjiiruuf gargaaru mallatteeffame

Finfinnee: Komishiniin Turizimii Oromiyaa damee turizimii cimsuuf Inistitiyuutii Saayinsii Hawaafi Ji’oospaashaal Itoophiyaa waliin waliigaltee mallatteesse. Sirna waliigaltichaarratti, Komishinarri Ittaanaan Komishinii Turizimii Oromiyaa Obbo Naggaa Wadaajoo akka jedhanitti, komishinichi waan tokkoofi lama qofarratti... Read more »

Sirni barnoota elektirooniksii abbootii murtiifi qaamolee haqaa eegalame

Finfinnee: Sirni barnoota elektirooniksii dandeettii abbootii seeraafi qaamolee haqaa guddisuun sirna haqaa fooyyessuuf gargaaru dheengadda eebbifame. Sirna eebbichaarratti haasawaa kan taasisan Daarektarri Inistitiyuutii Seeraafi Haqaa Federaalaa Ambaasaaddar Daggifee Bulaa akka jedhanitti, sirni... Read more »

Ji’oota sagalitti hawwata turizimiirraa galiin qarshii biliyoona 35 argame

    – Yaa’iinsi turistii miliyoona 12.5 ga’eera     – Iddoowwan 21 bakka ga’umsaa turizimii ta’aniiru Finfinnee: Ji’oota saglan darbanitti hawwata turizimiirraa galiin dimshaashaa qarshii biliyoona 35tti tilmaamamu argamuu Biiroon Aadaafi... Read more »

Daandii hawaasa furmaatatti ceesisu saaquufi kallattii agarsiisuun ga’ee hayyootaati

Finfinnee: Qorannoorratti hundaa’uun daandii furmaatatti hawaasa ceesisu barreessuufi dubbachuun ga’ee hayyotaa ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Komishinarri Ittaantuu Komishinichaa Hiruut Gabirasillaasee marii komishinichi tibbana hayyota waliin taasiserratti akka ibsanitti, qorannoorratti hundaa’uudhaan yaada... Read more »