“Abbootii qabeenyaa golgaa seeraan galtee qonnaarratti gatii dabalan to’achaa jirra” -Obbo Abbaabbuu Waaqoo

Baatuu: Omishaafi omishtummaa dachaan dabaluun fayyadamummaa qonnaan bulaa mirkaneessuuf sochii mootummaan taasisaa jiru jajjabeessaa ta’us alseerummaan golgaa seeraatiin raawwataman tokko tokko damichaaf hudhaa ta’aa jiru. Hudhaaleen fayyaddamummaa qonnaan bulaa miidhanii alseerummaa jajjabeessan... Read more »

“Filannichi dhiibbaa keessaafi alaa dandamatee gaggeeffamuunsaa seena qabeessa taasisa” -Paartilee morkattootaa

Finfinnee: Filannoon biyyaalessaa marsaa 6fa Waxabajjii 14 bara 2013 geggeeffamu biyyattiin gaaga’ama siyaasaa adda addaatiif wayita saaxilamteefi dhibbaa biyya keessaafi alaan gahu gidduu ta’uun  kan adeemsifamu ta’uusnaa filannoo seena qabeessa taasisa. Dura... Read more »

Oromiyaatti qabxiin barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12fa fudhatanii fooyya’insa gaarii agarsiisaa jira

Adaamaa: Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO) Roobii darbe barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12fa bara 2012 fudhatanii qabxii 600 ol galmeessisan 152 tokkoon tokkoonsaanii qarshii kuma 20, 20 Magaalaa Adaamaatti badhaaseera. Barattoota kanneen keessaa... Read more »

“Gaazexeessaan mirga guutuu qaba jechuun hindanda’amu” -Gaazexeessaa Dhugaa Jabeessaa

Finfinnee: Ogummaan gaazexeessummaa daran rakkisaafi siyaasa biyya keessa jiranirratti waan hundaa’uuf, gaazexeessitoonni rakkoo keessa jiraachuu Gaazexeessaa hangafti Dhugaa Jabeessaa gaafdeebii Sanbata darbe Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisaniin ibsan. Akka isaan jedhanitti, rakkoon gaazexeessaa... Read more »

“Oduu, ebelu ajjeefame, buqqa’e, godaane” jedhu dhagahuu hinfeenu” -Yuuba Aagaa Xiinxanoo

Finfinnee: Ummanni Oromoo hammam sirna cunqursaa jala turus aadaa dimokraatummaa ganama ittiguddate dhalootaaf dabarsuuf aadaa dimokraasii ittiguddateen aangoo baalliin waliif dabarsaa tureera, ammas ittuma jira. Cunqursaa hadhaa’aa jaarraa tokkoofi walakkaa oliif irra... Read more »

Sosochiin dhiibbaa warreen lixaa mormu eegalame

 -Manni marichaa jidduseenummaa Itoophiyaarratti taasifamaa jiru balaaleffate Finfinnee: Sosochiin biyyaalessaa dhiibbaa biyyoonni lixaafi dhaabbileensaanii ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaarrattiifi sochiilee biyyaalessaa biroorratti taasisan mormu eegalame. Sirna baniinsa sosochichaa kaleessa Galma Tiyaatira Haagar... Read more »

Federaalizimiifi ijaarsa biyyaa: Gumii Balal marsaa 5fa

 Mariin Gumii Balal Waajira Pirezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin qophaa’ee torbanitti al tokko dhiyaatu har’a mataduree “Federaalizimii fi Ijaarsa Biyyaa” jedhuun geggeeffameera. Marii kana irratti yaada ka’umsaa kan dhiyeessan Dr. Brihaanuu Leenjisoo, Ogeessaa... Read more »

Waldichi piroojektii miidhaa dubartootarra gahu xiqqeessuu ifoomse

Finfinnee: Waldaan Dubartoota Ogeesoota Seeraa Itoophiyaa miidhaa wayita filannoon marsaa 6fa biyyaalessaa adeemsifamuu dubartootarra dhaqqabu xiqqeessuuf pirojektii filannicha waliin hidhata qabu ifoomse. Hojii Raawwachistuu Waldichaa Adde Leensaa Bayyanaa ibsa dheengadda miidiyaaleef kennaniin... Read more »

“Hidha haaromsaas ni xumurra diinaa keenyaas ni injiffanna” -Hajii Muftii Umar Idiriis

Pirezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Hajii Muftii Umar Idiriis haasawaa ayyaana Iid- Alfaxir bara hijiraa 1442fa Istaadiyomii Finfinneetti kanajamerratti taasisaniin “Hidha haaromsaas ni xumurra diinaa keenyas ni injiffanna” jedhan. Ministirri Muummee... Read more »

To’annaa jala ooluu miseensota garee shororkeessitootaa

Finfinneefi magaalota Oromiyaa tokko tokko keessatti haleellaa shororkeessumma raawwachuuf miseensota garee shororkeessaa socho’aa turan  to’annaa jala oolchuu Koreen Waloo Nageenyaafi Tasgabbii Waloo torbanuma kana keessa ibseera. Koreen Nageenyaafi Tasgabbii Waloo ibsa miidiyaleef... Read more »