Oduu Bariisaa

Baatuu: Dur dur boqoolloon harkaan facaafamee erga biqilee guddatee shoggoramee booda guddistuu callaafi farri aramaa itti biifama ture. Adeemsa kanaan walqabatee wayita baqaqfamu kotteen sangaafi namaa midhaan biqile miidha, callaas gadi buusaa... Read more »

Finfinnee: Filannoo marasaa 6fa biyyaalessaa geggeeffamuuf jirurratti hirmaannaan ummataafi amanamummaan dhaabbilee siyaasaa cehumsa sirna dimokraatawaaf murteessaa ta’uu hayyoonni dubbatan. Yunivarsitii Jimmaatti hayyuun saayinsii siyaasaa barsiisaa Abiyoot Dastaa ibsa torban darbe Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Finfinnee: Magaaloota Oromiyaa tatamsa’inni vaayirasii koronaa itti baay’atu keessaa Magaalaan Shaashamannee ishee tokko. Magaalittiin giddugala daldalaa akkasumas, geejibni magaaloota garagaraa deemu kan keessa qaxxaamuru ta’uusheetiin magaalaa sochii ho’aa qabduudha. Kunimmoo tatamsa’inni vaayirasichaa... Read more »

Finfinnee: Yeroo gara yerootti tajaajilasaa fooyyessaafi ammayyeessaa kan jiru Itiyoo Telekoom teknolojii ‘Telebirri’ jedhamuu kan mobaayilii fayyadamuudhaan qarshii daddabarsuufi bittaafi gurgurtaa raawwachuuf gargaaru Kibxata darbe Paarkii ‘Firendshiippiitti’ jalqabsiiseera. Raawwachiiftuun Hojii Itiyoo Telekoom... Read more »

“Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa faayidaalee guguddoo shan qaba” – Doktar Guutuu Teessoo
Finfinnee: Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa xumursiisuun faayidaalee guguddoo akaakuuwwan shan kan qabu ta’uu dubbatu hayyuun dinagdee Doktar Guutuu Teessoo. Ijaarsa pirojektii hidha haaromsaa guddicha xumursiisuun faayidaalee guguddoo shan qaba kan jedhan... Read more »

Finfinnee: Imala badhaadhinaa eegalame milkeessuuf hidhatni abbootii qabeenyaafi mootummaa murteessitoota ta’uu Hogganaan Biiroo Indastirii Magaalaa Finfinnee beeksisan. Hoggantichi Obbo Efreem Gizaawu barreeffama hudhaalee damee indastirii jedhurratti qopheessaniin haaromsaan dura hariiroon abbootii qabeenyaafi... Read more »

Finfinnee: Magaalaa Shaashamanneetti kan argamu Warshaan Meeshaalee Qonnaa Ammayyaa Keenyaa kaleessa tiraaktaroota 950 qonnaan bultootaaf dabarse. Sirni walharkaa fuudhiinsaas qonnaan bultoota, dargaggoota waldaan gurmaa’aniifi dhaabbata Keenyaa gidduutti taasifameera. Sirnicharratti Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo... Read more »

– Sababa weerara koronaatiin addababa’irratti hinkabajamu Finfinnee: Ayyaanni bara haaraa Siidaamaa Fiichee Cambaalaalaa kaleessarraa eegalee kabajamaa jira. Ayyaanni baranaa sababa weerara Koviid-19n addababa’irratti akka hinkabajamne Pirezdaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leedaamoo ibsa... Read more »

Finfinnee: Hanga Kibxata darbeetti filattoonni miiliyoona 28fi kuma 731fi 935 filachuuf kaardii fudhachuusaanii Boordiin Filannoo Biyyooleessaa Itoophiyaa beeksise. Galmeessi filattootaas hanga Caamsaa 6 bara 2013tti dheerateera. Galmeessin filattootaa buufataalee filannoo kuma 41fi... Read more »

Finfinnee: Itoophiyaan biyya qabeenya uumaamaan badhate ta’uun ishee ni himamaaf. Ta’uus midhaan nyaataatiin of danda’u dadhabdee omishoota hedduu alaa galchuuf diqamteetti. Kanaanis waggaatti yoo xiqqaate dolaara biliyoona sadii akka baaftuudha ragaaleen kan... Read more »