“Bara 2013tti hojii tajaajila lammummaatiin hojjetame qarshii biliyoona 23tti shallagama” – Obbo Shimallis Abdiisaa

* Hojiin tajaajila lammummaafi ashaaraa magariisa baranaas eegalame Finfinnee: Ganna darbe sagantaa tajaajila lammummaatiin daree dabalataa kuma 34 ijaaruun, kitaabilee miiliyoona 1.2 ta’an sassaabuun akkasumas, waliigalaan tajaajila qarshii biiliyoona 23tti shallagamu naannoo... Read more »

Haalli qilleensa ganna dhufuu hidha haaromsaa guutuuf carraa gaarii uuma

Finfinne: Ejensiin Meetiworoloojii Biyyaalessaa  tajaajila raaga haala qilleensaa qonnaa, fayyaa, humna qilleensaa (Aviyeshiinii)fi haayidiroometrolojii kennuun badii  balaan uumamaa geesiisu xiqqeessuufi ofeeggannoo barbaachisu taasiisuu  keessatti gahee olaanaa qaba. Darekrarri ejensichaa Obbo Faxxanaa Tashoomaa... Read more »

Akkamiin dhiibbaa Ameerikaarra aanuu dandeenya?

Finfinnee: Itoophiyaafi Ameerikaan hariiroo dippilomaasii waggoota 120 lakkoofse keessatti walittidhufeenya gaarii qabu turan. Waggoota muraasaa as garuu Itoophiyaatti nyaara guuraa jirti. Darbitees tibbana hoggantootashiirratti dhorka viizaa keesseetti. Gaazexaa Bariisaas ejjennoo Mootummaan Ameerikaa... Read more »

“Bakki agarsiisa aadaa dhaabbataadhaan Finfinnee keessatti osoo ijaarame gaariidha” -Hirmaattota Torban Itoophiyaa

Finfinnee: Torban darbe guyyoota torbaaf Itoophiyaa Finfinnee keessatti arguun salphaa ture, sanuu bakka tokkotti. Naannoleen biyyattii hundi aadaa uffannaa, nyaata, sirbaafi faayasaanii Paarkii Michummaa keessatti bakka qophaa’eefitti fidanii dhufaniiru.  Mooraa sana keessatti... Read more »

“Kan karoorfanne ni raawwana, barattoota qaxalees kumaatamaan ni horanna” -BBO

Finfinnee: Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO)n barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12fa bara 2012 fudhatanii qabxii 600 ol galmeessisan 152 dhiyeenya kana Magaalaa Adaamaatti tokkoon tokkoonsaanii qarshii kuma 20, 20 badhaaseera. Barattoota kunneen keessaa... Read more »

Pirojektiiwwan meegaa magaalaa Finfinnee maqaasheetiin gitan

Finfinnee: Dur waan hinhojjetmaneetu gabaasa sobaatiin bareedee “ajab” jedhama. Ammammoo waan hojjetametu himamuufi dhabee “Dinqii akkamiitu hojjetamaa jira?” nama jechisiisa. Pirojektonni hedduun qarshii sabbata haadha hiyyeessaarraa sassaabameefi bajata biyyaatiin ijaaramuuf qabaman dhadhaa... Read more »

Adeemsa Baankiin Siinqee keessa darbeefi karoorasaa gara fuulduraa

 Finfinnee: Waldaan Aksiyoona Liqiifi Qusannaa Oromiyaa (WALQO)n bara 1987 hanga walakkeessa bara 1989tti sadarkaa pirojektiitti kan hundeeffame yoo ta’u, Adoolessa 28 bara 1989 irraa eegalee gara Dhaabbata Maayikiroo Faayinaansiitti jijjiiramuun waggoota 23n... Read more »

Dantaa Oromoo kabachiisuun kan ummata Itoophiyaas kabachiisuudha

Finfinnee: Dantaa bu’uuraa Oromoo kabachiisuun akka biyyaatti dantaa waloo kabachiisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabu ibsame. Waltajjii marii marsaa 6fa Waajjirri Pirezidaantii Oromiyaa dheengadda mataduree, “Dantaa Oromoo, Horata Hawaasummaafi Jijjiiramaa” jedhuun geggeeffamerratti... Read more »

Waamicha Doktar Abiyyi, sagantaa ashaaraa magariisaa sadaffaaf

Akkuma guddina nama tokkootiif nyaata madaalamaa malee nyaanni qofti akka hingeenyee biyyis waan madaalamaa barbaaddi. Pirojektii ulfaataa akka Abbayyaa milkeessinee, paarkiiwwan indastirii guguddoo ijaarree, daandiiwwan ijoo biyyoota walitti hidhan hojjennee, magaalota keenya... Read more »

“Paarlaamichi qorannoowwan dhihaataniif ilaalee tarkaanfii fudhachuurratti qaawwa qaba” -Dhaabbata Abbagaar Ummata Itoophiyaa

Adaamaa: Dhaabbanni Abbagaar Ummata Itoophiyaa kan humnisaa eeyyame furee kan humnasaatiin ol ta’e immoo paarlaamaadhaaf dhiheessuuf dirqama qabaatus, paarlaamaan qorannoo dadhabbii hedduun dhihaateef fudhatee tarkaanfii barbaachisu fudhachuurratti qaawwa bal’aa kan qabu ta’uu... Read more »